Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Yuunivarsiitiin Boongaa Giddugala Maanguddootaa eebbisiise
Finfinnee, Caamsaa 3, 2016 (FBC) – Yuunivarsiitiin Boongaa Giddugala Maanguddootaa Birrii miiliyoona 21 ijaarsise eebbisiiseera.
Giddugalichi maanguddoota 104 kunuunsuu danda'a…
Godinichatti barattoonni kumni 53 ol qormaata kutaa 6ffaa, 8ffaafi 12ffaa fudhachuuf qophii taasisaa…
Finfinnee, Caamsaa 3, 2016 (FBC) – Godina Harargee Lixaatti barattoonni kumni 53 ol qormaata Biyyaalessaafi naannoo kutaa 6ffaa, 8ffaafi 12ffaa fudhachuuf qophii taasisaa jiraachuu…
Yuunivarsiitiin Boongaa Giddugala Maanguddootaa eebbisiise
Finfinnee, Caamsaa 3, 2016 (FBC) – Yuunivarsiitiin Boongaa Giddugala Maanguddootaa Birrii miiliyoona 21 ijaarsise eebbisiiseera.
Giddugalichi maanguddoota 104 kunuunsuu danda'a jedhame.…
Abbaan Taayitichaa Sosochii ittisa faalama Qilleensaa eegalchiise
Finfinnee, Caamsaa 3, 2016 (FBC) – Abbaan Taayitaa Eegumsa Naannoo Oromiyaa sosochii Ittisa faalama Qilleensaa baatiwwan jahaf turu eegalchiiseera.
Sosochichi mata duree…
Godinaalee Naannoo Oromiyaa balaa lolaaf saaxilamoo ta’anitti hojiin dursanii ittisuu hojjetamaa…
Finfinnee, Caamsaa 3, 2016 (FBC) – Godinaalee Naannoo Oromiyaa balaa lolaaf saaxilamoo ta’anitti hojiileen dursanii Ittisuu hojjetamaa jiraachuu Buusa Gonofaa Oromiyaan beeksisee.…
Piroojektiin misooma Qarqara Laga Dachaatuu ifoome
Finfinnee, Caamsaa 2, 2016 (FBC) – Bulchiinsi Magaalaa Dirre Dhawaa Qarqa Laga Dachaatuu misoomsuuf Piroojektii haaraa ifoomeera.
Magaalichatti rakkoo lolaa mudachaa ture furuuf…
Magaalichatti waltajjiin qophii karoora Tiraanisfoormeeshinii gaggeeffamaa ture xumurame
Finfinnee, Caamsaa 2, 2016 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti waltajjiin qophii karoora Tiraanisfoormeeshinii gaggeeffamaa ture xumurameera.
Qophii Karooraa fi Tiraanisfoormeeshinii…
Godina Shawaa Bahaa aanaa Liibaan Cuqqaalaatti miseensota shaneerratti tarkaanfiin fudhatamuu ibsame
Finfinnee, Caamsaa 2, 2016 (FBC) – Godina Shawaa Bahaa aanaa Liibaan Cuqqaalaatti miseensota shanee Yaa’a Laga Awaash Daheeffachuun sochaa’aa turanirratti tarkaanfiin fudhatamuu Raayyaan…
Bu’aaleen damee qonnaan argaman damee Indastiriinis dabalamuu qabu – Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Caamsaa 2, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ijaarsa Piroojektii Diinagdee Addaa Gadaa eegalchiisaniiru.
Bu’aaleen damee qonnaan argaman damee…
Har’i Imala Itiyoophiyaan gara cehumsa dinagdeetti taasiftu keessatti guyyaa seena qabeessa – Pir.…
Finfinnee, Caamsaa 2, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan har’i Imala Itiyoophiyaan gara cehumsa dinagdeetti taasiftu keessatti guyyaa seena qabeessa…