Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ameerikaan namoota biyyattii keessa taa’uun nageenya Itiyoophiyaa booressaa jiran dabarsitee akka…
Finfinnee, Caamsaa 2, 2016 (FBC) – Komishinarri Jeneraa Komishinii Poolisii Federaalaa Dammallaash Gabramikaa’eel Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Ameerikaa Ervaan Joosee Maasiingaa waliin…
Zooniin Diinagdee Addaa Gadaa bakka badhaadhinni Itiyoophiyaa itti dhugoomuudha – Pir. Shimallis…
Finfinnee, Caamsaa 2, 2016 (FBC) – Zooniin Diinagdee Addaa Gadaa bakka badhaadhinni Itiyoophiyaa itti dhugoomuudha jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis…
Naannoon Oromiyaa fi Giddugaleessi Itiyoophiyaa dhimmoota nageenyarratti marii gaggeessaa jiru
Finfinnee, Caamsaa 2, 2016 (FBC) - Naannoon Oromiyaa fi Giddugaleessi Itiyoophiyaa dhimmoota nageenyarratti Magaalaa Walisootti marii gaggeessaa jiru.
Marii kanaan bakka…
Lammiileen 230 Oomaanirraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Caamsaa 2, 2016 (FBC) - Lammiileen Itiyoophiyaa Oomaanitti bakka tursaa keessa turan 230 gara biyyaa deebi’aniiru.
Lammiileen deebi’an hundi dhiira ta’uu ibsameera.…
Konfiraansiin qorannoo biyyalessaa 4ffaan gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Caamsaa 2, 2016 (FBC) – Konfiraansiin Qorannoo Biyyaalessaa 4ffaan Yuunivarsiitii Boongaatti gaggeeffamaa jiraachuu ibsameera.
Konfiraansichi mata duree "Qorannoo…
Riifoormii mootummaan dinadgee damdaneessa milkeesssuuf qabate keessaa Zooniin Diinagdee Addaa Gadaa…
Finfinnee, Caamsaa 2, 2016 (FBC) – Riifoormii mootummaan dinadgee damdaneessa milkeesssuuf qabate keessaa Zooniin Diinagdee Addaa Gadaa hagafa ta’uu Daayrektarri Olaanaan…
Magaalichatti Koriidarii misoomaa hojjetamaa jiruuf hojiin sarara Elektirikaa jijjiiruu xumuramuu…
Finfinnee, Caamsaa 2, 2016 (FBC) – Koriidarii Misooma Magaalaa Finfinnee hojjetamaa jiruuf hojiin sarara Elektirikaa jijjiiruu xumuramuu Tajaajilli Elektirikaa beeksiiseera.
Hojiin…
Ijaarsi Zoonii Dinagdee Addaa Gadaa har’a eegala
Finfinnee, Caamsaa 2, 2016 (FBC) – Ijaarsi Piroojekti Zoonii Dinagdee Addaa Gadaa magaalaa Adaamaa fi Moojoo gidduutti har’a ni eegala jedhame.
Riifoormii Dinagdee Biyyaalessaa,…
Dhaabbanni Biiznasii Dhuunfa ‘Wudase and Family ‘ sosochii Itiyoophiyaa qulqulluutti makame
Finfinnee, Caamsaa 1, 2016 (FBC) – Dhaabbanni Biiznasii Dhuunfaa ‘Wudase and Family ‘Itti gaafatamummaan isaa murtaa’e Sosochii Itiyoophiyaa qulqulluu mata duree ‘Daandii Qulqulluu…
Abu Daabitti Hojjettoonni Embaasii Itiyoophiyaa sosochii Itiyoophiyaa qulqulluutti makaman
Finfinnee, Caamsaa 1, 2016 (FBC) – Abu Daabitti Hojjettoonni Embaasii Itiyoophiyaa sosochii Itiyoophiyaa ququlluu mata duree’ Daandii Qulqulluu Jireenyaa Fayyaa” jedhuun Ministirri Muummee…