Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Jilli Obbo Bariisoo Fayyisan durfamu facaasaa Boqolloo Qonna Ganna eegalchiise
Finfinnee, Caamsaa 1, 2016 (FBC) –Jilli Hoggaanaa Ittaanaa Biiroo Qonna Oromiyaa Obbo Bariisoo Fayyisaan durfamu Godina Jimma Aanaa Botor Xollaayitti facaasaa Boqolloo Qonna Gannaa…
Pireezidaantoota naannolee dabalatee Ministiroonnii fi Ambaasaaddaroonni agarsiisaa Itiyoophiyaan…
Finfinnee, Caamsaa 1, 2016 (FBC) – Pireezidaantoota naannolee dabalatee Ministiroonnii fi ambaasaaddaroonni biyyoota adda addaa agarsiisaa Itiyoophiyaan haa oomishtuu daawwataniiru.…
Miidiyaaleen calaqqeewwan waloo beeksiisuun seenessa waloo uumuuf xiyyeeffannoon hojjechuu qabu…
Finfinnee, Caamsaa 1, 2016 (FBC) – Miidiyaaleen calaqqeewwan waloo beeksiisuun seenessa waloo uumuuf xiyyeeffannoon hojjechuu akka qaban Ministirri Gorsaa Dhimmoota Hawaasummaa…
Aadaa Oomisha biyya keessaa fayyadamuu babal’isuun bu’aa argame caalmaatti itti fufsiisuun…
Finfinnee, Caamsaa 1, 2016 (FBC) – Aadaa Oomisha biyya keessaa fayyadamuu babal’isuu fi deeggaruun bu’aa Sosochii Itiyoophiyaan haa oomishtuun argame caalmaatti itti fufsiisuun…
Sosochiin Itiyoophiyaan haa oomishtu jijjiirama qabatamaa galmeesseera – Dooktar Abiy
Finfinnee, Caamsaa 1, 2016 (FBC) – Sosochiin Itiyoophiyaan haa oomishtu Indaastiriiwwan gara hojiitti galchuun jijjiirama qabatamaa galmeessuu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad…
Ibsi Embaasiwwan tokko tokko gurmuun kennan fudhatama hin qabu – Ministeera Dhimma Alaa
Finfinnee, Caamsaa 1, 2016 (FBC) – Ibsa Embaasiwwan teessoo isaanii Finfinnee taasiisan tokko tokko gurmuun kennan Itiyoophiyaan kan hin fudhanne ta’uu Ministeerri Dhimma Alaa…
Obbo Taayyee Danda’aan Mana Amala sirreessaa galanii dhimma isaanii akka hordofan yaadni murtoo…
Finfinnee, Caamsaa 1, 2016 (FBC) – Manni Murtii Ministir Deetaa Ministeera Nageenyaa kan turan Obbo Taayyee Danda’aan Mana Amala sirreessaa galanii dhimma isaanii akka hordofan yaada…
Magaalichatti balaa lolaa mudachuu danda’u hir’isuuf hojjetamaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Caamsaa 1, 2016 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti balaa lolaa mudachuu danda’u hir’isuuf iddoolee lolaaf saaxilamoo ta’anitti xiyyeeffachuun hojjetamaa jiraachuu Abbaan…
Magaalaa Adaamaatti hojjettoota Ijaarsa Gamoof Boolla qotaa turanirratti biyyoon jiguun lubbuun…
Finfinnee, Caamsaa 1, 2016 (FBC) – Bulchiinsa magaalaa Adaamaatti hojjettoota Ijaarsa Gamoof boolla qotaa turaniirratti biyyoon jiguun lubbuun namoota 2 darbuu Qajeelchi Poolisii…
Agarsiifni Itiyoophiyaan haa oomishtuu baname
Finfinnee, Caamsaa 1, 2016 (FBC) – Agarsiifni sososchii Itiyoophiyaan haa Oomishtuu Magaalaa Finfinnee Galmaa Barkumeetti banameera.
Hudhaalee damee Indaastirii Oomishaa furuun…