Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Godinaalee Oromiyaa garaagaraatti rakkoon nageenyaa ture fooyya’aa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Ebla 22, 2016 (FBC) – Godinaalee Wallagaa Lixaa ,Qellem Wallagaa fi Gujii Lixaatti Qindoomina caasaa nageenyaa fi hawaasaan hojii hojjetameen rakkoon nageenyaa ture…
Hoggantoonni Mootummaa Naannoo Oromiyaa sosochii ‘Itiyoophiyaa qulqulluutti’ makaman
Finfinnee, Ebla 22, 2016 (FBC) - Hooggantoonni Mootummaa Naannoo Oromiyaa sosochii ‘Itiyoophiyaa qulqulluu" Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad mata duree ‘Daandii Qulqulluu…
Hoggantoonni BCHUOO sosochii ‘Itiyoophiyaa qulqulluutti’ makaman
Finfinnee, Ebla 22, 2016 (FBC) – Hoggantoonni Biiroo Carraa Hojii Uumuu fi Ogummaa Oromiyaa Sosochii ‘Itiyoophiyaa Qulqulluu mata Duree ‘Daandii Qulqulluu –Jireenya fayyaa’ jedhuun…
Dooktar Abiy Ayyaana Sooma Hiikaa sababeeffachuu hojjettota galii gadi aanaa qabanii fi daa’immaan…
Finfinnee, Ebla 22, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ayyaana Sooma Hiikaa sababeeffachuu hojjettota Waajjira Ministira Muummee galii gadi aanaa qabanii fi…
Dooktar Abiy hojiilee misooma Koriidarii Magaalaa Finfinnee ilaalchisee hoggantoota magaalichaa…
Finfinnee, Ebla 22, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad hojiilee Misooma Koriidarii magaalaa Finfinnee ilaalchisee hoggantoota Magaalaa Finfinnee waliin mari'ataniiru.…
Pireezidaantiin Naannoo Gambeellaa sosochii ‘Daandii Qulqulluu- Jireenya fayyaa’ tti makaman
Finfinnee, Ebla 22, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin Naannoo Gaambeellaa Obbo Umood Ujuluufi hoggantonni olaanoo naannichaa sosochii ‘Daandii Qulqulluu –Jireenya fayyaa’ jedhuun Ministirri…
Hoggantoonni Yaa’ii Dhaabbilee Amantaalee Itiyoophiyaa sosochii ‘Daandii Qulqulluu- Jireenya fayyaa’…
Finfinnee, Ebla 22, 2016 (FBC) – Hoggantoonni Yaa’ii Dhaabbilee Amantaalee Itiyoophiyaa sosochii ‘Daandii Qulqulluu- Jireenya fayyaa’ Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad…
Obbo Dastaa Leddaamoon hawaasni sosochii ‘Daandiii qulqulluu – jireenya fayyaa’ jedhutti akka…
Finfinnee, Ebla 22, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin Naannoo Sidaamaa
Obbo Dastaa Leddaamoon hawaasni sosochii ‘Daandiii qulqulluu - jireenya fayyaa’ jedhutti akka makaman waamicha…
Ambaasaaddar Taayyeen Bakka Buutuu Barreessaa Olaanaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii waliin…
Finfinnee, Ebla 22, 2016 (FBC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen Bakka Buutuu Addaa Barreessaa Olaanaa fi Somaaliyaatti Itti Gaafatamtuu…
Magaalichatti Bunni seeraan ala socho’aa ture kuntaalli 510 to’atame
Finfinnee, Ebla 22, 2016 (FBC) – Magaalaa Shaggaritti Bunni seeraan ala konkolaattoota lamaan socho’aa ture kuntaalli 510 to’atameera.
Bunni Sanada Sobaan Konkolaattoota…