Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Lammileen kuma 1 fi 232 gara biyyaatti deebi’an
Finfinnee, Ebla 18, 2016 (FBC)- Lammileen kuma 1 fi 232 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaatti deebi’aniiru.
Deebitoota keessaa kumni 1 fi 231 dhiirota, dubartii 1 fi guddattoonni umriin…
Sagantaa Ashaaraa Magariisaa baranaaf qophii gahaan taasifameera-Dooktar Girmaa Amante
Finfinnee, Ebla 18, 2016 (FBC)- Sagantaa Ashaaraa Magariisaa baranaaf qophii gahaan taasifamuu Ministirri Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaa Amanteen dubbatan.
Qophii Sagantaa Ashara…
Itiyoophiyaa fi Koongoo Biraazaavil damee geejjiba qilleensaan waloon hojjechuuf waliigalan
Finfinnee, Ebla 18, 2016 (FBC)-Itiyoophiyaa fi Koongoo Biraazaaviil damee geejjiba qilleensaan waloon hojjechuuf waliigaltee gamlamee mallatteessaniiru.
Waliigaltichas Ministirri…
Waltajjiin waloo gamaaggama raawwii hojii walakkaa waggaa Komishinii Ministiroota Itiyoo – Jibuutii…
Finfinnee, Ebla 18, 2016 (FBC) – Waltajjiin waloo gamaaggama raawwii hojii walakkaa waggaa Komishinii Ministirootaa Itiyoo – Jibuutii 16ffaan guyyoota 2’f gaggeeffamaa ture…
Manni marichaa Baajata dabalataa Birrii biiliyoona 21 raggaasiise
Finfinnee, Ebla 18, 2016 (FBC) – Manni Maree Magaalaa Finfinnee Yaa’ii idilee 3ffaa bara hojii 3ffaa gaggeesseen Baajata dabalataa Birrii biiliyoona 21 raggaasiiseera.
Baajata…
Dooktar Abiy Hojii Raawwachiisaa Olaanaa Faawundeeshinii Biil fi Meeliindaa Geetis waliin mari’atan
Finfinnee, Ebla 18, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Hojii Raawwachiisaa Olaanaa Faawundeeshinii Biil fi Meeliindaa Geetis Maark Luuzimaanii fi jila isaaniin…
Hojiilee ijaarsa dandeettii fi siyaasaa milkaa’aa itti fufsiisuuf naannoleen hojiilee siyaasaa…
Finfinnee, Ebla 18, 2016 (FBC)- Hojiilee ijaarsa dandeettii fi siyaasaa milkaa’aa itti fufsiisuuf naannoleen hojiilee siyaasaa gidduu isaanii cimsuu qabu jedhan Itti Gaafatamaan Damee…
Itiyoophiyaan Miseensa Baankii ‘New Development Bank’ ta’uuf hojjechaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Ebla 18, 2016 (FBC) – Itiyoophiyaan Miseensa Baankii ‘New Deve lopment Bank’ ta’uuf hojjechaa jiraachuu Ministeerri Dhimma Alaa beeksiseera.
Baankii BRICS kan ta’e Miseensa…
Guyyaan Qabeenya Kalaqa Sammuu Idil Addunyaa yeroo 22ffaaf kabajame
Finfinnee, Ebla 18, 2016 (FBC)- Guyyaan Qabeenya Kalaqa Sammuu Idil Addunyaa yeroo 22ffaaf Golambaa Saayinsiitti kabajameera.
Guyyichis mata duree “Misooma Waaraa Qabeenya Sammuun Kalaqaa…
Siwiidin lammiilee Itiyoophiyaa haala rakkisaa keessa jiraniif kan oolu deeggarsa Birrii biiliyoona…
Finfinnee, Ebla 18, 2016 (FBC) – Siwiidin lammiilee Itiyoophiyaa haala rakkisaa keessa jiraniif kan oolu deeggarsa Birrii biiliyoona 1.2 ol gama dhaabbilee deeggartootaan akka qaqqabu…