Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Waamicha Itiyoophiyaanota dhaloota 2ffaa marsaa 3ffaaf misiyoononni hojii qindeessuu cimsanii akka…
Finfinnee, Waxabajjii 18, 2016 (FBC)- Misiyoononni waamicha Itiyoophiyaanotaa dhaloota 2ffaaf taasifameen marsaa 3ffaaf gara biyyaa kanneen dhufaniif hojii qindeessuu cimsanii akka itti…
Naannoon Hararii abbooti murtee fi muudamtoota balleessa raawwatan adabe
Finfinnee, Waxabajjii 18, 2016 (FBC)- Yaa’iin Bulchiinsa Abbootii Murtii Naannoo Hararii, rakkoo namusaan kanneen himataman abbootii murtii fi muudamtoonni yaa’ichaa hojiirra gaggeeffamuu fi…
Koonfiraansiin nageenyaa Baahir Daaritti gaggeeffamaa ture xumurame
Finfinnee, Waxabajjii 18, 2016 (FBC)- Naannoo Amaaraa Magaalaa baahirdaaritti Koonfiraansiin nageenyaa mata duree “Nageenyi hundaaf; Hunduu nageenyaaf” jedhuun Magaalaa Baahir Daaritti…
Buunnoo Beddelleetti dhaabbiin biqiltuu baala shaayee eegale
Finfinnee, Waxabajjii 18, 2016 (FBC)-Godina Buunnoo Beddelleetti dhaabbiin biqiltuu baala shaayee eegaluun ibsame.
Godinichaatti bara kana karoora xiiqii inisheetiivii…
Dooktar Abiy Ahimad turtii isaanii kan xumuran Bakka Buutuu UNIDO gaggeessan
Finfinnee, Waxabajjii 18, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad turtii isaanii kan xumuran Dhaabbata Misoomaa Indaastirii Mootummoota Gamtoomaniitti Bakka Buutuu…
Ambaasaddar Taayyeen Jibuutiitti bu’uuraalee misoomaa garaagaraa daawwatan
Finfinnee, Waxabajjii 18, 2016 (FBC)- Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen, Jibuutiitti bu’uuraalee misoomaa garaagaraa daawwataniiru.
Daawwannaa…
Itiyoophiyaan godaansaan walqabatee gufuuwwan mudatanirratti hojjechaa jirti-MM Tamasgeen Xurunaa
Finfinnee, Waxabajjii 18, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaan godaansaan walqabatee gufuuwwan mudatanirratti hojjechaa jiraachuu Walitti Qabaan Mana Maree Godaansaa Biyyaalessaa fi Ministirri Muummee…
Qabiyyee lafaa gadi lakkisiisuu, kaffaltii beenyaa fi kaafamtoota deebisanii dandamachiisuuf labsiin…
Finfinnee, Waxabajjii 18, 2016 (FBC)- Faayidaa ummataaf jecha qabiyyee lafaa gadi lakkisiisuu, kaffaltii beenyaa fi kaafamtoota deebisanii dandamachiisuu murteessuuf wixineen labsii…
Aadaan dhiiga arjoomuu hawaasaa fooyya’uu akka qabu akeekame
Finfinnee, Waxabajjii 18, 2016 (FBC)- Aadaan dhiiga arjoomuu hawaasaa fooyya’uun du’aatii sababa hanqinaa dhiigaan mudatu hir’isuun murteessaa ta’uu Biiroon Fayyaa Oromiyaa hubachiise.…
Meeshaaleen Kontirobaandii Birrii miiliyoona 247 olitti tilmaamaman to’ataman
Finfinnee, Waxabajjii 18, 2016 (FBC)- Meeshaaleen Kontirobaandii Birrii miiliyoona 247.8'tti tilmaamaman to’atamuu Koomishiniin Gumurukaa beeksise.
Komishinichi hordoffii Waxabajii 7-13,…