Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Sagantaa Ashaaraa Magariisaa baranaaf biqiltuun karooraa ol qophaa’uun ibsame
Finfinnee, Ebla 17, 2016 (FBC)- Sagantaa Ashaaraa Magariisaa baranaaf biqiltuun karooraa ol qophaa’uu Gareen Suppervizhinii Dhaabbilee Federaalaa ibse.
Ganna dhufu biqiltuu biiliyoona 6.5…
Tajaajilichi hawaasni odeeffannoo sirrii akka argatu hojiilee bal’aa hojjechuu akka qabu akeekame
Finfinnee, Ebla 17, 2016 (FBC)- Tajaajilli Kominikeshinii Mootumma hawaasni odeeffannoo sirri akka argatu hojiilee bal’aa hojjechuu akka qabu akeekame.
Koreen Dhaabbii Dhimmoota…
Miseensonni Mana maricha hojiilee Misooma Koriidarii daawwatan
Finfinnee, Ebla 16, 2016 (FBC) – Miseensonni Mana Maree Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee hojiilee misooma Koriidarii magaalichatti hojjetamaa jiran daawwataniiru.
Miseensonni kunneen…
Baatiwwan kurnan darban qofa, kuufamni maallaqa waliigalaa Baankii Siinqee % 65’n dabale – Pir.…
Finfinnee, Ebla 17, 2016 (FBC) – Baatiwwan kurnan darban qofa, kuufamni maallaqa waliigalaa Baankii Siinqee % 65’n dabaluu Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan…
Daandichi torbanitti balaliin gara Kaameeruunitti taasisu 11’tti guddisuufi
Finfinnee, Ebla 17, 2016 (FBC)-Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa torbanitti balalii gara Kaameeruun Magaalaa Duwaalaatti taasisu 11’tti guddisuuf ta’uun ibsame.
Balalichas Caamsa 26, 2016…
Ministirri Muummee Liibiyaa daawwannaa hojiif Finfinnee galan
Finfinnee, Ebla 16, 2016 (FBC) - Ministirri Muummee Liibiyaa Abduulhamiid Aldabaayibaan Itiyoophiyaatti daawwannaa hojii taasiisuuf Finfinnee galaniiru.
Abduulhamiid Aldabaayibaan waayita…
Ambaasaaddar Taayyeen Itti Aantuu Barreessituu olaantuu Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii waliin…
Finfinnee, Ebla 16, 2016 (FBC) - Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen Itti Aantuu Barreessituu olaantuu Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Amiinaa Mahaammad…
Lammiileen kuma 1 fi 181 gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Ebla 16, 2016 (FBC) – Balallii marsaa 3n lammiileen Itiyoophiyaa Saa’ud Arabiyaatti rakkoo keessa turan kumni 1fi 181 gara biyyaa deebi’aniiru.
Guyyaa har’a Lammiileen gara…
Gamaaggamni Raawwii Hojii Kurmaana 3ffaa Kilaasteera Bulchiinsafi Horataalee gaggeffame
Finfinnee, Ebla 16, 2016 (FBC) –Gamaaggamni Raawwii Hojii Kurmaana 3ffaa Kilaasteera Bulchiinsa fi Horataalee Mootummaa Naannoo Oromiyaa gaggeefameera.
Gamaaggamichi bakka Itti…
Muuxannoon Piroojektoota misooma manneenirratti argame babal’achuu qaba jedhame
Finfinnee, Ebla 16, 2016 (FBC) – Muuxannoon Piroojektoota misooma manneenii qulqullinaa fi saffisaa xumuruurratti mul’ate argame babal’achuu qaba jedhameera.
Gareen Suuppar…