Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Naannichatti Lafa heektara miiliyoona 3 irratti marga nyaata beelladaa oomishuuf hojjetamaa jira…
Finfinnee, Ebla 16, 2016 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti Rakkoo nyaata beelladaa waayita hongeen mudate uumamu furuuf Lafa heektara miiliyoona 3 irratti marga nyaata beelladaa…
Ministirri Muummee Ugaandaa Paarkii Indaastirii Boolee lammii daawwatan
Finfinnee, Ebla 16, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee Ugaandaa Roobinaah Nabanjaan Finfinneetti Paarkii Indaastirii Boolee Lammii daawwataniiru.
Hojii Raawwachiisaa Olaanaan…
Lubni Balaay Makonniin yakka shakkamaniin yeroo 2ffaaf Mana Murtiitti dhiyaatan
Finfinnee, Ebla 16, 2016 (FBC) – Manni Murtii sadarkaa jalqabaa Dhaddachi Ramaddii beellamaa Araadaa Luba Balaay Makonniin dabalatee Galmee namoota dhuunfaa 3 har'a yeroo 2ffaaf ilaaleera.…
Koreen Dhaabbii Caffee Oromiyaa kutaalee hawaasa waliin marii gaggeesse
Finfinnee, Ebla 16, 2016 (FBC) – Koreen Dhaabbii Caffee Oromiyaa kutaalee hawaasa Godina Horroo Guduruu fi Magaalaa Bishooftuu waliin marii gaggeesse jiraachuun ibsame.
Godina…
Tajaajilichi Hoggantootaa fi hojjettoota namuusa cabsan 52 irratti tarkaanfii fudhachuu beeksise
Finfinnee, Ebla 16, 2016 (FBC) – Baatiwwan 9 darban Hoggantootaa fi hojjettoota namuusa hojii cabsuun eeruun irratti dhiyaate 95 keessaa 36 irratti tarkaanfii fudhachuu Tajaajilli…
Qamadii Jallisii Boneen misoomerraa hanga ammaatti callaa kuntaalli miiliyoonni 73 ol walitti…
Finfinnee, Ebla 16, 2016 (FBC) –Qamadii Jallisii Boneen misoomerraa hanga ammaatti callaa kuntaalli miiliyoonni 73 ol walitti qabamuu Ministeerri Qonnaa beeksise.
Bara kana…
Finfinneetti manni jireenyaa jiguun lubbuun namoota 7 galaafate
Finfinnee, Ebla 16, 2016 (FBC) – Magaalaa Finfinee Kutaa magaalaa Addis Katamaa aanaa 13tti manni jireenyaa jiguun lubbuun namoota 7 galaafate.
Balaan kun har’a Barii sa’aatii…
Itiyoophiyaatti nageenya waaraa mirkaneessuuf hojiilee eegalaman deeggaruun barbaachisaadha- Sulxaan…
Finfinnee, Ebla 15, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaatti nageenya waaraa mirkaneessuuf hojiilee eegalaman deeggaruun barbaachisaa ta’uu Sulxaanni Ummata Afaar Ahimad Alii Miiraah dubbatan.…
Mootummaan tokkummaan Sabdaneessummaa akka cimuuf ijaarsa seenessii waloof kutannoon hojjechaa…
Finfinnee, Ebla 15, 2016 (FBC)- Mootummaan tokkummaan sabdaneessummaa akka cimuuf ijaarsa seenessii waloof kutannoon hojjechaa jiraachuu Ministirri Tajaajila Kominikeeshinii Mootummaa…
Aanaa Dabra Libaanoositti Balaa Tirafikaan Lubbuun namoota 4 darbe
Finfinnee, Ebla 15, 2016 (FBC)- Godina Shawaa Kaabaa Aanaa Dabra Libaanositti balaa tirafikaa mudateen lubbuun namoota 4 darbuun ibsame.
Aanaa Darba Libaanoos Ganda Waakkeenneetti…