Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Tajaajila Kaadaastaraarraa galiin Birrii Biiliyoona 4 olii walitti qabame
Finfinnee, Ebla 15, 2016 (FBC)- Eejensiin Ragaalee fi Galmeessa Qabiyyee Lafaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee baatiiwwan saglan darban tajaajila kaadaastaraarraa galiin Birrii biiliyoona 4…
Qarqara Galaanaa Yemenitti bidiruun garagaluun lubbuun Itiyoophiyaanoota 16 darbe
Finfinnee, Ebla 15, 2016(FBC)- Qarqara Galaanaa Yemenitti bidiruun garagaluun lubbuun Itiyoophiyaanoota 16 darbuun ibsameera.
Lammiileen 28 ammoo achiin buuteen isaanii dhabamuun…
F/M Birhaanuu Juulaan adeemsa ijaarsa Hospitaalaa Adda Kibbaa daawwatan
Finfinnee, Ebla 15, 2016(FBC)- Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Raayyaa Ittisa Biyyaa Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaan adeemsa ijaarsa Hospitaalaa Adda Kibbaa Magaalaa Bishaan…
Waltajjiin marii Koree Olaanaa Qindeessaa Fooramii Biyyalessaa Magaalota Afrikaa gaggeeffame
Finfinnee, Ebla 15, 2016 (FBC)- Waltajjiin Marii baniinsaa fi hubannoo uumuu Koree Olaanaa Qindeessaa Fooramii Biyyalessaa Magaalotaa Afrikaa gaggeeffameera.
Ministirri Muummee Ittaanaa…
Baalli sammuu hadoochu kuntaalli 30 ol dhabamsifame
Finfinnee, Ebla 15, 2016(FBC)- Qajeelchi Odeeffannoo Ajaja Kibbaa baala sammuu hadoochu kuntaala 30 ol dhabamsiifame.
Qajeelchi Odeeffannoo Ajaja Kibbaa Godina Arsii Lixaa Aanaa…
Oromiyaatti dameen maanufaakchariingii sharafa alaa Doolaara miliyoona 183 argamsiise-BIIO
Finfinnee, Ebla 15, 2016 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti damee indaastirii maanufaakchariingii sharafa alaa Doolaara miliyoona 183 argamsiisuu Biiroo Invastimantii fi Industirii Naannichaa…
Naannoo Tigraayitti duulli taalaalli ittisa Pooliyoo eegale
Finfinnee, Ebla 15, 2016(FBC)- Naannoo Tigraayitti duulli taalaallii ittisa Pooliyoo sadarkaa naannichaatti eegaleera.
Duulli talaallichaas har'a Magaalaa Maqaleetti kan eegale yoo ta’u,…
Fayyadamummaa karraa galaanaa karaa seera idil addunyaa eegeen deebisuuf hojjechuun gaaffii haqummaa…
Finfinnee, Ebla 15, 2016(FBC)- Mariin Paanaalii Karra galaanaa irratti xiyyeeffatu Yuunivarsitii Madda Walaabuutti gaggeeffamaa jira.
Marichi mata duree "Karra Galaanaafi Itiyoophiyaa…
Biiroo Fayyaa Oromiyaaf deeggarsi Ambulaansii 7 taasifame
Finfinnee, Ebla 15, 2016(FBC)- Faawundeeshinii Eegumsa Fayyaa Idil Addunyaa Kooriyaa (KOFIH) Biiroo Fayyaa Oromiyaaf deeggarsa konkolaattota Ambulaansii taasiseera.
Konkolaattonni…
Balfaan dhiibbaan Haroo Haramaayaarra ga’u dabaluun ibsame
Finfinnee, Ebla 15, 2016(FBC)- Balfi goggogaafi dhangala'aan magaalattii keessaa bahu dhiibbaan Haroo Haramaayaarraan gahaa jiru dabalaa dhufuun ibsame.
Rakkoon qulqullina magaalattiitti…