Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ambaasaaddar Taayyeen Sudaanitti ergamaa Addaa Barreessaa Olaanaa DhMG waliin mari’atan
Finfinnee, Ebla 14, 2016 (FBC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen Sudaanitti ergamaa Addaa Barreessaa Olaanaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii…
Hojiin hoggantoota haaraa horachuu cimee itti fufa- F/M Birhaanuu Juulaa
Finfinnee, Ebla 14, 2016 (FBC) – Hoggansa haaraa Saayinsii waraanaan ga’oome horachuun cimee kan itti fufu ta’uu Itaamaajooriin Waliigalaa Humna Waraanaa Fiild Maarhsaal Birhaanuu Juulaan…
Pir. Shimallis Abdiisaan Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Faransaay Reemii Maarishoo waliin mari’atan
Finfinnee, Ebla 14, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Faransaay Reemii Maarishoo waliin mari’ataniiru.
Dhimmoota…
Komishinaroonni komishinicha hoggantoota olaanoo Komishinii Haaromsa biyyaalessaa waliin mari’atan
Finfinnee, Ebla 14, 2016 (FBC) – Komishinaroonni komishinii Maree Biyyaalessaa hoggantoota olaanoo Komishinii Haaromsa biyyaalessaa waliin mari’ataniiru.
Komishinarri Olaanaan Komishinii…
Dijitaalaayizeeshiniin bulchiinsa taaksii hanqinaalee taaksii hambisuu danda’eera-Ministeericha
Finfinnee, Ebla 14, 2016 (FBC)-Dijitaalaayizeeshiniin bulchiinsa taaksii hojmaata waraqaa jijjiiruun hanqinaalee taaksii hambisuu Minitirri Ministeera Galiiwwanii Aadde Ayinaalem Niguseen…
Ijaarsi Pirojektii “Cool port” barana eegala
Finfinnee, Ebla 14, 2016 (FBC)- Bakka kuduraa fi muduraa qabanneessuun tursiisu pirojektiin “Cool Port Addis” jedhamu barana akka eegalu Dhaabbanni Loojistiksii fi Geejjiba Galaanaa…
Bishooftuutti lammiilee kuma 50 ta’aniif carraan hojii uumamuun ibsame
Finfinnee, Ebla 14, 2016 (FBC)-Bulchiinsa Magaalaa Bishooftuutti lammiilee kuma 50 ta'aniif carraan hojii uumamuun eerame.
Gareen Ogeeyyii miidiyaalee Magaala Bishooftuutti sochii…
Xaa’oo biyyoo dabalatee Oomishaalee kuma 19 oliif tajaajilli qorannoo qulqullinaa taasiifame
Finfinnee, Ebla 14, 2016 (FBC) – Baatiwaan 9 darban Xaa’oo biyyoo dabalatee Oomishaalee kuma 19 oliif tajaajilli qorannoo qulqullinaa taasiifamuu Dhaabbanni Maddaallii Mijaa’ummaa…
Naannichatti baatiwwan 9 darban balaawwan tiraafikaa mudatan keessaa % 78 sababa ariitii seeraan…
Finfinnee, Ebla 14, 2016 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti balaa Tiraafikaa mudataa jiru to’achuuf xiyyeeffannoo addaan hojjetamaa jiraachuu Ejansiin Geejjibaa naannichaa ibseera.…
Ganna dhufu barsiitota kuma 50’f leenjiin kennamuufi
Finfinnee, Ebla 14, 2016 (FBC)- Ganna dhufu hoggansa barnootaa fi barsiisotaaf leenjiin ga’umsaa kan kennuu ta’uu Ministeerri Barnootaa beeksise.
Leenjichi qulqullina barnootaa dabaluuf…