Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Carraa qabeenya umamaa of eeggannoon haa fayyadamnu-Pir. Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Ebla 14, 2016 (FBC)-Carraa qabeenya umamaa of eeggannoon haa fayyadamnu jechuun Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan dhaaman.
Dhalli namaa qabeenya…
Namoonni beekkamtii Teeleen ala Sararoota bilbilaatti fayyadamaa turan to’ataman
Finfinnee, Ebla 13, 2016 (FBC) - Naannoo Harariitti namoonni beekkamtii Teeleen ala Sararoota bilbilaatti fayyadamaa turan to'atamuu Poolisiin beeksise.
Naannoo Hararii Aanaa Jeneelaatti…
Garaagarummaa raawwii fi hanqina sagantaa maaddii guutuun mul’atu dhiphisuuf ni hojjetama…
Finfinnee, Ebla 13, 2016 (FBC) - Garaagarummaa raawwii fi hanqina sagantaa maaddii guutuun mul'atu dhiphisuuf kan hojjetamu ta'uu Ministirri Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaa Amanteen ibsan.…
Itiyoophiyaa fi Ingiliz walta’iinsa gamlamee daran cimsanii akka itti fufan ibsan
Finfinnee, Ebla 12, 2013 (FBC)-Itiyoophiyaa fi Ingiliz dameewwan dursa kennaniin fi tarsiimawaarratti walta'iinsa qaban daran cimsanii itti fufuuf waligalteerra ga'aniiru.
Jilli Ministira…
Lammiileen kuma 1 fi 190 gara biyyaatti deebi’an
Finfinnee, Ebla 12, 2013 (FBC)- Marsaa 3ffaan lammiilee Itiyoophiyaa Saa'ud Arabiyaatti rakkoo keessa turan kuma 1 fi 190 gara biyyaatti deebi'an.
Guyyaa Har'aa lammiilee deebi'an hunduu…
Jilli Obbo Tamasgeen Xurunaan durfamu Naannoo Sidaamaatti hojiilee Sagantaa Maaddii Guutuun…
Jilli Obbo Tamasgeen Xurunaan durfamu Naannoo Sidaamaatti hojiilee Sagantaa Maaddii Guutuun hojjetamaan daawwata
Finfinnee, Ebla 12, 2016(FBC)-Jilli Ministeera Muummee Ittaanaa Obbo…
Nageenni Badhaadha!
Oromiyaan qabeenya umamaafi namtolchee hunda keenya gahuunn kan badhaadhe. Laftiifi qilleensi keenya hawwataafi mijataadha; Waa lama qofa barbaada: walhubannoofi yaada galteewwan qabnu…
Waldaan Interpiruunaraa Shaggar Yaa’ii 4ffaa gaggeesse
Finfinnee, Ebla 12, 2016 (FBC)- Waldaan Interpiruunaraa Shaggar Yaa'ii 4ffaa bakka Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Shimallis Abdiisaan argamanitti gaggeesseera.
Yaa'ichaan…
Biqiltuun Baala Shaayee miiliyoona 409 qophaa’eera-BQO
Finfinnee, Ebla 12, 2016 (FBC)- Barana Godinaalee Iluu Abbaa Boor, Buunnoo Beddellee fi Jimmaatti lafa hektaara kuma 30 irratti misoomsuuf biqiltuun miliyoonni 409 qophaa’uu biiroon qonnaa…
Waliigalteen Sosochii “Itiyoophiyaan haa Oomishtuu” tumsu mallatteeffame
Finfinnee, Ebla 12, 2016 (FBC)-Waliigalteen sosochii ‘Itiyoophiyaan haa oomishtuu’ tumsu Ministeera Indaastirii fi Ejensii Walta’iinsa Idil Addunyaa Jaappaan gidduutti mallatteeffameera.…