Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Jilli Pireezidaanti Shimallisiin durfamu Indaastiriiwwan Magaalaa Shaggar daawwate
Finfinnee, Ebla 12, 2016 (FBC)- Jilli Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaatiin durfamu Magaalaa Shaggaritti indastiriiwwan adda addaa Kilaastara Sabbataa…
Hojiin dhukkubota ittisuu talaallii daa’immanii irraa eegala-BFO
Finfinnee, Ebla 12, 2016 (FBC)- Hojiin dhukkuboota ittisuu talaallii daa'immanii irraa kan eegalu ta’uu Biiroon Fayyaa Oromiyaa hubachiise.
Torbee talaallii daa'immanii Afrikaa mata duree…
Daandichi gara Waarsawutti torbanitti balaliiwwan 4 gaggeessuufi
Finfinnee, Ebla 12, 2016 (FBC)-Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa Waxabajjii 10, 2016 irraa eegalee gara Poolaandi Waarsawutti torbanitti balaliiwwan 4 gaggeessuuf akka ta’e beeksise.…
Fiigacha daandiirraa “Itiyoophiyaan Haa Oomishtu” gaggeeffamuuf daandilee cufaa taan ifooman
Finfinnee, Ebla 12, 2016 (FBC)- Fiigacha daandiirraa “Itiyoophiyaan Haa Oomishtu” jedhuun gaggeeffamuuf daandileen konkolaattotaaf cufaa ta’an Poolisiin Magaalaa Finfinnee ifoomse.…
Adeemsi Itiyoophiyaa badhaate dhalootatti ceesisuu cimee itti fufa-MM Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Ebla 12, 2016 (FBC)- Adeemsi Itiyoophiyaa badhaatee fi biyya hinkadhanne dhalootatti dabarsuu cimee kan itti fufu ta’uu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan.…
Ummanni Guraagee jijjiramni biyyalessaa akka galma ga’uuf gumaacheera-Obbo Indaashaawu Xaasawu
Finfinnee, Ebla 12, 2016 (FBC)- Ummanni Guraagee jijjiramni biyyalessaa akka galma ga’uuf gumaacha taasisuu Pireezidaantiin Naannoo Giddugaleessa Itiyoophiyaa Obbo Indaashaawu Xaasawu…
Inisheetiviin Ministiroota Gaanfa Afrikaa 20ffaan gaggeeffame
Finfinnee, Ebla 11, 2016 (FBC)- Inisheetiivii Ministiroota Gaanfa Afrikaa 20ffaan dursummaa Ministira Maallaqaa Obbo Ahimad Shideen gaggeeffameera.
Waltajjiin marichaas walga’ii Baankii…
Naannoon Amaaraa Sirreeffamtoota seeraa kuma 1fi 460’f dhiifama taasise
Finfinnee, Ebla 11, 2016 (FBC)- Biiroon Haqaa Naannoo Amaaraa sirreeffamtoota seeraa kuma 1fi 460’f dhiifama taasisuu beeksise.
Hogganaan Biirichaa Obbo Birhaanuu Gooshim, Manni Maree…
Walharkaa fuudhiinsi konkolaattota elektirikii 150 taasifame
Finfinnee, Ebla 11, 2016 (FBC)-Dhaabbilee Bulchiinsaa Magaalaa Finfinneef walharkaa fuudhiinsi konkolaattota 150 gaggeeffameera.
Konkolaattota kanneen dhaabbilee Kutaalee magaalatti 11'f…
Obbo Adam Faaraah Ambaasaaddara Chaayina waliin mari’atan
Finfinnee, Ebla 11, 2016 (FBC)- Itti Aanaan Pireezidaantii Paartii Badhaadhinaa Obbo Adam Faaraah Itiyoophiyaatti Ambaasaddara Chaayinaa Zhiiwoo Zhiiwaan waliin mari’ataniiru.
Marii…