Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Gambeellaatti eeyyamni invastimantii 54 haqame
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2016 (FBC)- Naannoo Gaambeellaatti eeyyamni invastimantii abbootii qabeenyaa lafa fudhatanii hinmisoomsine 54 haqamuu Boordiin Invastimantii Naannichaa beeksise.…
Guyyoota kurnan itti aanaan naannawaa Rooba Waqtii Gannaa argatanitti hammi Roobaa cimee itti fufa…
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2016 (FBC) – Guyyoota kurnan itti aanaan naannawaa Rooba Waqtii Gannaa argatanitti hammi Roobaa cimee kan itti fufu ta’uu Inistiityuutiin Raaga Haala Qilleensaa…
Itiyoophiyaan waltajjii BRICS Raashiyaatti gaggeeffamerratti hirmaachuun bu’aalee dippilomaasii…
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaan waltajjii BRICS Raashiyaatti gaggeeffamerratti hirmaachuun bu’aalee dippilomaasii kan argamsiise ta’uu Ministeerri Dhimma Alaa beeksise.…
Waltajjiin sosochii Abbootii qabeenyaa 70 ol hirmaachise gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2016 (FBC) – Waltajjiin sosochii Abbootii qabeenyaa biyya keessaa 70 ol hirmaachise mata duree ‘lafa keenya abbootii qabeenyaa keenyaaf’ jedhuun gaggeeffamaa…
Oromiyaatti Qormaanni Ga’umsa Ogummaa barsiistota kuma 33 oliif kennamuu eegale
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2016 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti Qormaanni Ga’umsa Ogummaa Barsiisummaa, barsiistota kuma 33 oliif kennamuu eegale.
Qormaatichi buufata qormaataa 192’tti kennamaa…
Korri qorannoofi qo’annoo marsaa 15ffaan gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2016 (FBC) –Inistityuutiin qorannoo fi qo’annoo Oromoo giddugalaa Aadaa Oromootti kora gaggeessaa jira.
Korichi mata duree ‘safuu keenya ganamaatti…
Labsiin waliigaltee liqii pirojektoota bishaan dhugaatii xumuruuf dandeessisu ragga’e
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2016 (FBC)- Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa walga’ii idilee 33ffaa gaggeesseen labsii waliigaltee liqii pirojektoota bishaan dhugaatii xumuruuf dandeessisan…
Obbo Dastaa Leeddaamoon tajaajila Tola Ooltummaa Gannaa eegalchiisan
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin Naannoo Sidaamaa Obbo Dastaa Leeddaamoon tajaajila Tola Ooltummaa waqtii Gannaa eegalchiisaniiru.
Godina Kaaba Sidaamaa Magaalaa…
Kontinjantiin leenjii Huursoo loltoota bu’uuraa eebbisaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2016 (FBC)- Giddugala Nagaa Kabachiisaa Raayyaa Ittisaa Biyyaatti Manni Barumsaa Leenjii Kontinjantii Huursoo loltoota bu’uuraa marsaa 8ffaan leenjisaa ture…
Godinichatti Pirojektoonni Birrii biiliyoona 2 oliin ijaaraman tajaajilaaf qophaa’uun ibsame
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2016 (FBC)- Godina Arsii Lixaatti pirojektoonni 529 Birrii biiliyoona 2 fi miiliyoona 268 oliin ijaaraman tajaajilaf qophaa’uun ibsame.
Pirojektoonni kunneen…