Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Lammiilee Saa’ud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan kuma 70 hojiin gara biyyatti deebisuun…
Finfinnee, Ebla 4, 2016 (FBC)- Marsaa 3ffaa, Dippiloomaasii lammiileerratti xiyyeeffateen Saa’ud Arabiyaatti lammiilee haala rakkisaa keessa turan kuma 70 hojiin gara biyyatti deebisuun…
Hoggansaa fi miseensa garee fiinxaaleyyiirratti tarkaanfiin fudhatame-Poolisii
Finfinnee, Ebla 4, 2016 (FBC)- Hoggansaa fi miseensa garee fiinxaaleyyiirratti tarkaanfiin fudhatamuu Poolisiin Magaala Finfinnee beeksise.
Tarkaanfii fudhatameen, hoggansii fi miseensi…
Pireezidaanti Saahilawarqii fi Pireezidaantiin Siwiizarlaand Fooramii tumsa idil Addunyaa banan
Finfinnee, Ebla 4, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawdee fi Pireezidaantiin Siwiizarlaand Viiyoolaa Amzhirid Fooramii tumsa idil Addunyaa 3ffaa Magaalaa Baaziliitti qophaa’e…
Dhaabbileen biyya alaa sadii Itiyoophiyaatti miseensa Gabaa Kaappitaalaa ta’an
Finfinnee, Ebla 4, 2016 (FBC)- Dhaabbata Naayijeeriyaa “Stoke Exchange” dabalatee dhaabbileen biyya alaa sadii Itiyoophiyaatti miseensa Gabaa Kaappitaalaa Ta’uun eerameera.
Hoji…
Dameewwan hundaan adeemsi raayyaa ijaaruu cimee itti fufa-F/M Birhaanuu Juulaa
Finfinnee, Ebla 4, 2016 (FBC)- Hojiin Gurmaa’ina, beekumsaa fi teeknooloojiin Raayyaa Ittisa Biyyaa ijaaruu cimee kan itti fufu ta’u Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Raayyaa Ittisa Biyyaa…
Hanqina nyaataa fi sirna nyaataa hir’isuuf hojjetamaa jiraachuun eerame
Finfinnee, Ebla 4, 2016 (FBC)-Damee qonnaan oomishtummaa guddisuuf tattaaffiiwwan taasifaman cinaatti misoomni gaggeeffamu sirna nyaataarratti kan xiyyeeffate akka ta’uuf hojjetamaa…
Dorgommiin moo’aa moo’attootaa Dorgaa Dorgee Faanaa Laamroot 4ffaan boru xumurama
Finfinnee, Ebla 4, 2016 (FBC) – Dorgommiin moo’aa moo’attootaa Dorgaa Dorgee Faanaa Laamroot 4ffaan boru xumurama.
Torbeewwan 12 darbaniif dorgomtoota 16 gidduutti gaggeeffamaa kan…
Tarminaallii fi bakki turtii tajaajilamtootaa Yaadannoo Injifannoo Adwaa tajaajila ummataaf banaa…
Finfinnee, Ebla 4, 2016 (FBC) – Tarminaallii Awutoobisii fi bakki turtii tajaajilamtootaa Yaadannoo Injifannoo Adwaa tajaajila ummataaf banaa ta’uu Kantiibaan magaalaa Finfinnee Aadde…
Humni Qilleensaa leenjitoota Daandii Qillenssaa “Vision 2035”eebbisiise
Finfinnee, Ebla 4, 2016 (FBC)-Humni Qilleensaa Itiyoophiyaa yeroo jalqabaaf leenjitoota Daandii Qilleensaa “Vision 2035” jedhaman eebbisiise.
Humni Qilleensaa Itiyoophiyaa Daandii…
Duulli olaantummaa seeraa kabachiisuu Oromiyaatti gaggeeffamaa jiru haala nageenyaa…
Finfinnee, Ebla 4, 2016 (FBC)- Duulli olaantummaa seeraa kabachiisuu Oromiyaatti gaggeeffamaa jiru haala nageenyaa naannichaa fooyyessuu Itti Gaafatamaan Damee Ijaarsa Dandeettii Siyaasaa…