Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Aanaa Dodolaatti balaa Tiraafikaa muudateen lubbuun namoota 15 darbe
Finfinnee, Ebla 5, 2016 (FBC) - Godina Arsii Lixaa Aanaa Dodolaatti balaa Tiraafikaa muudateen lubbuun namoota 15 darbuu ibsame.
Konkolaataan daddeebisa ummataa konkolaataa fe'uumsaa…
Ministeerri Qonnaa tarsiimoowwan 3 ifoomse
Finfinnee, Ebla 5, 2016 (FBC) – Ministeerri Qonnaa tarsiimoowwan haaraa 3 ifoomseera.
Tarsiimoo nageenyaa fi qulqullina nyaataa, bulchiinsa oomishaa duraa fi sirna nyaataa ifoomsuu…
Yuunivarsiitiin Jimmaa Barattoota Muummee garaagaraan barsiisaa ture 778 eebbisise
Finfinnee, Ebla 5, 2016 (FBC) – Yuunivarsiitiin Jimmaa Barattoota Muummee garaagaraan barsiisaa ture 778 eebbisiseera.
Yuunivarsiitichi har’a barattoota 26 digrii 3ffaan ,…
Aadde Adaanach hojiilee misooma qindaa’aa Gullallee eebbisiisuun hojii eegalchiisan
Finfinnee, Ebla 5, 2016 (FBC) – Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen hojiilee misooma qindaa’aa Gullallee eebbisiisuun hojii eegalchiisaniiru.
Aadde Adaanach…
Dorgommiin moo’aa moo’attootaa Faanaa Laamroot 4ffaan har’a haala hoo’aa ta’een xumurama
Finfinnee, Ebla 5, 2016 (FBC) – Dorgommiin moo’aa moo’attootaa Dorgaa Dorgee Faanaa Laamroot 4ffaan har’a bifa hoo’aa ta’een xumurama.
Torbeewwan 12 darbaniif dorgomtoota 16…
Pireezidaanti Saahilawarqi Lammiilee Itiyoophiyaa Siwiizarlaand jiraatan waliin mari’atan
Finfinnee, Ebla 5, 2016 (FBC) –Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawdeen lammiilee Itiyoophiyaa Siwiizarlandii jiraatan waliin mari’ataniiru.
Pireezidaant Saahilawarq Fooramii tumsa…
Tarkaanfiin garee fiinxaaleyyiirratti fudhatamu cimee kan itti fufu ta’uu Humni Waloo beeksise
Finfinnee, Ebla 4, 2016 (FBC)- Tarkaanfiin garee fiinxaaleyyiirratti fudhatamu cimee kan itti fufu ta’uu Humnii Waloo Tikaa fi Nageenya Biyyaalessaa beeksise.
Humnichi waloo ibsa…
Saamicha qabeenyaa Birrii biiliyoona 1.3’tti tilmaamamu baraaruun danda’ameera-KNFMF
Finfinnee, Ebla 4, 2016 (FBC)- Baatiiwwan 9’n darbanitti saamicha qabeenyaa Birrii biiliyoona 1.3’tti tilmaamamu baraaruun akka danda’ame Koomiishiniin Naamusaa fi Farra Malaammaltummaa…
Iddooleen rakkoo nageenyaa keessaa turan sodaa keessaa ba’uun fuula isaanii gara misoomaatti…
Finfinnee, Ebla 4, 2016 (FBC) – Iddooleen rakkoo nageenyaa keessaa turan sodaa keessaa ba’uun fuula isaanii gara misoomaatti deebisuu Pireezidaantiin Naannoo Beenishaanguul Gumuz Obbo…
Lammiilee Saa’ud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan kuma 70 hojiin gara biyyatti deebisuun…
Finfinnee, Ebla 4, 2016 (FBC)- Marsaa 3ffaa, Dippiloomaasii lammiileerratti xiyyeeffateen Saa’ud Arabiyaatti lammiilee haala rakkisaa keessa turan kuma 70 hojiin gara biyyatti deebisuun…