Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Itiyoophiyaan Walga’ii Fooramii Walta’iinsa Nageenya Ummataa Idil Addunyaarratti hirmaachaa jirti
Finfinnee, Ebla 3, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaan Chaayinaatti Walga’ii Daayrektaroota Boordii Fooramii Walta’iinsa Nageenya Ummataa Idil Addunyaarratti hirmaachaa jirti.
Walga’icharratti…
Jilli Obbo Fiqaaduu Tasammaan durfamu Godina Wallagga Bahaatti hojiilee misoomaa daawwate
Finfinnee, Ebla 3, 2016 (FBC) – Jilli Itti Gaafatamaa Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa Obbo Fiqaaduu Tasammaan durfamu Godina Wallagga Bahaatti hojiilee misoomaa…
Duudhaalee waloomaa ummatoota Oromiyaa fi Gaambeellaa cimsuun barbachisaa ta’uun ibsame
Finfinnee, Ebla 3, 2016 (FBC)-Duudhaalee waloomaa ummatootaa Oromiyaa fi Gaambeellaa gidduu waarinaan cimsuun barbachisaa ta’uun ibsame.
Koonfiraansiin nageenyaa godinaalee, aanaalee fi…
Kooriyaan Kibbaa deeggarsa namoomaa Itiyoophiyaaf taasiiftu cimsitee kan itti fuftu ta’uu ibsite
Finfinnee, Ebla 3, 2016 (FBC) – Kooriyaan Kibbaa deeggarsa namoomaa Itiyoophiyaaf taasiiftu cimsitee kan itti fuftu ta’uu Itiyoophiyaatti Ambaasaaddarri biyyattii Jaang Kaang ibsan.…
Ayyaana Iid Al Faxir karaa nagaan xumurame – Humna Waloo Nageenyaa
Finfinnee, Ebla 2, 2016 (FBC) -Kabajni Ayyaana Iid Al Faxir waggaa 1445ffaan karaa nagaan xumurame Humna Waloo Tikaa fi Nageenyaa beeksise.
Humnichi ummata waliin ta'uu kabajni…
Aadde Adaanach Ayyaana Iid Al Faxiraa sababeeffachuun maaddii qoodan
Finfinnee, Ebla 2, 2016 (FBC) - Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen Ayyaana Iid Al Faxiraa sababeeffachuun maaddii qoodaniiru.
Maanguddoota biyyaaf oolmaa guddaa oolanii…
Godina Horroo Guduruu Wallaggaa Aanaalee garaa garaa keessatti Miseensonni Shanee 110 waamicha karaa…
Finfinnee, Ebla 2, 2016 (FBC) - Godina Horroo Guduruu Wallaggaa Aanaalee garaa garaa keessatti Miseensonni Shanee 110 waamicha karaa nagaa darbeef fuchuun harka kennachuu Bulchiinsi…
Aadde Adaanachi Ayyaanni Iid Al Faxir karaa nagaan kabajamee akka xumuramu qaamolee qooda qaban…
Finfinnee, Ebla 2, 2016 (FBC) - Kantibaan Magaalaa FinfinneeAadde Adaanachi Abeebeen Ayyaanni Iid Al Faxir karaa nagaan kabajamee akka xumuramu qaamolee qooda qaban galateeffataniiru.…
Magaalaa Jimmaatti Ayyaanni Iid Al-Faxirii kabajamaa jira
Finfinnee, Ebla 2, 2016 (FBC) - Magaalaa Jimmaatti Ayyaanni Iid Al-Faxir bara Hijiraa 1445ffaan paarkii Aweetuutti kabajamaa jira.
Hordoftoonni Amantaa Islaamaa Magaalaa Jimmaa fi…
Ayyaanni Iid Al Faxir magaalaa Kamiseetti kabajame
Finfinnee, Ebla 2, 2016 (FBC) - Ayyaanni Iid Al Faxir Waggaa 1445ffaan Godina Saba Oromoo magaalaa Kamiseetti kabajameera.
Ayyaanichi sirnoota amantichaa adda addaan haala hoo'aa ta'een…