Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Aadde Adaanachi Ayyaanni Iid Al Faxir karaa nagaan kabajamee akka xumuramu qaamolee qooda qaban…
Finfinnee, Ebla 2, 2016 (FBC) - Kantibaan Magaalaa FinfinneeAadde Adaanachi Abeebeen Ayyaanni Iid Al Faxir karaa nagaan kabajamee akka xumuramu qaamolee qooda qaban galateeffataniiru.…
Magaalaa Jimmaatti Ayyaanni Iid Al-Faxirii kabajamaa jira
Finfinnee, Ebla 2, 2016 (FBC) - Magaalaa Jimmaatti Ayyaanni Iid Al-Faxir bara Hijiraa 1445ffaan paarkii Aweetuutti kabajamaa jira.
Hordoftoonni Amantaa Islaamaa Magaalaa Jimmaa fi…
Ayyaanni Iid Al Faxir magaalaa Kamiseetti kabajame
Finfinnee, Ebla 2, 2016 (FBC) - Ayyaanni Iid Al Faxir Waggaa 1445ffaan Godina Saba Oromoo magaalaa Kamiseetti kabajameera.
Ayyaanichi sirnoota amantichaa adda addaan haala hoo'aa ta'een…
Ayyaanni Iid Alfaxir Finfinneetti kabajamaa jira
Finfinnee, Ebla 2, 2016 (FBC) - Ayyaanni Iid Alfaxir bara hijiraa 1445ffaan Istaadiyeemii Magaalaa Finfinneetti kabajamaa jira.
Hordoftoonni amantaa Islaamaa magaalaa Finfinnee fi…
Kantiibaan Magaalaa Dirree Dhawaa Obbo Kadir Juhaar ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Ebla 1, 2016 (FBC)-Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Dirree Dhawaa Obbo Kadiir Juhaar ayyaana Iid Alfaxiir kan bara Hijiraa 1445ffaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii…
MMI Obbo Tamasgeen Xurunaan erga baga ittiin isiin gahe dabarasan
Finfinnee, Ebla 1, 2016 (FBC)-Ministira Muummee Ittaanaan Obbo Tamasgeen Xurunaan Ayyaana Iid Alfaxiir waggaa 1445ffaa sababeeffachuun erga baga ittiin isin gahee dabarsaniiru.
Ergaa…
Manni Marichaa Ayyaana Iid Alfaxiir sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarse
Finfinnee, Ebla 1, 2016 (FBC)- Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa Ayyaana Iid Alfaxiir sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarseera.
Ergaa isaanin ayyaanichi kan nagaa, waldeeggarsaa fi…
Ayyanaa Iid Alfaxiiri qindoominaa fi waltumsuun kabajachuu qaban-Obbo Aragga Kabbadaa
Finfinnee, Ebla 1, 2016 (FBC)- Ayyanaa Iid Alfaxiir wayita kabajnu tola waliif ooluun, nageenyaa fi tokkumaa qindoominni fi tumsi cimsuun ta’uu qaba jedhan Pireezidaantiin…
Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 304’tti tilmaamaman to’ataman
Finfinnee, Ebla 1, 2016 (FBC)- Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 304’tti tilmaamaman to’atamuu Koomishiniin Gumurukaa beeksise.
Koomiishinichi hordoffii Bitootessa…
Pireezidaantonni Naannolee Ayyaana Iid Alfaxiir sababeeffachuun ergaa hawwii gaarii dabarsan
Finfinnee, Ebla 1, 2016 (FBC)- Pireezidaantonni naannolee biyyattii garaagaraa Ayyaanaa Iid Alfaxiir kan bara Hijraa 1445’ffaa sababeeffachuun ergaa hawwii gaarii dabarsaniiru.…