Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Jilli Jeneral Ababaawu Taaddasaan durfamu sirna kabaja hundeeffamaa waggaa 47ffaa Raayyaa Ittisaa…
Finfinnee, Caamsaa 29, 2016 (FBC)- Jilli Itaamaajoor shuumii ittaanaa raayyaa ittisa biyyaa Jeneral Ababaawu Taaddasaan durfamu guyyaa hundeeffamaa waggaa 47ffaa Raayyaa Ittisaa…
Dooktar Abiy Ahimad Ministeera Muummee Hindiif ergaa baga gammaddanii dabarsan
Finfinnee, Caamsaa 29, 2016 (FBC)-Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ministirri Muummee Hindii Nareendiraa Moodii irra deebiin Filannoo Biyyatti injifachuu ilaalchisee ergaa baga…
Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachew giiftii Duree Siingaapoor waliin mari’atan
Finfinnee, Caamsaa 28, 2016 (FBC) – Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachew Giiftii Duree Siingaapoor Loot Looy waliin mari'ataniiru.
Giiftii duree Zinnaash Taayyaachew daawwannaa hojii…
Itiyoophiyaafi Singaappoor hariiroo diinagdee cimsuuf mari’atan
Finfinnee, Caamsaa 28, 2016 (FBC) – Itiyoophiyaafi Singaappoor hariiroo waloo diinagdee cimsuuf mari’ataniiru.
Daawwannaa hojii Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad Singaappooritti…
Lammiileen kumni 1fi 188 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Caamsaa 28, 2016 (FBC) – Lammiileen Itiyoophiyaa Saa'ud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan kumni 1fi 188 har'a balallii marsaa sadiin gara biyyaa deebi'aniiru.
Ebla 4,…
Dooktar Abiy Ministira Muummee Singaappoor galateeffatan
Finfinnee, Caamsaa 28, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad simannaa hoo'aa Ministirri Muummee Singaappoor Lawurensi Woongi taasisaniif galateeffataniiru.
Dooktar Abiy…
Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Singaappoor waliin mari’atan
Finfinnee, Caamsaa 28, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Singaappoor Taarmaan Shimugaartanam waliin mari’ataniiru.
Dooktar Abiy Ahimad gama miidiyaa…
Hidhi Haaromsaa sa’aatii Giigaa Waattii kuma 2 fi 700 maddisiisuun ibsame
Finfinnee, Caamsaa 28, 2016 (FBC)- Hidhi Guddichi Haaromsaa Itiyoophiyaa baatiiwwan 10’n darban humna elektirikii sa’aatii Giigaa Waattii kuma 2 fi 700 maddisiisuun ibsame.
Hidhichi…
Yakkamaan Abbaa, Haadhaa fi Eessummaa ajjeessuun obboleessa madeessuun himatame adabbiin du’aa itti…
Finfinnee, Caamsaa 28, 2016 (FBC) – Godina Koonsotti Yakkamaan Abbaa, Haadhaa fi Eessummaa ajjeessun obboleessa ammoo madeessuun himatame adabbiin du’aa itti murtaa’eera.
Yakkamaan kun…
Obbo Awwal Aarbaan Tajaajila Kenna Tola Ooltummaa Gannaa eegalchiisaan
Finfinnee, Caamsaa 28, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin naanoo Afaar Obbo Awwal Aarbaan sagantaa Tajaajila Kenna Tola Ooltummaa Gannaa eegalchiisaaniiru.
Magaalaa Loogiyaatti manneen harka…