Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Qormaata kutaa 6ffaa, 8ffaa fi kutaa 12ffaaf qophiin xumurame – BBO
Finfinnee, Caamsaa 23, 2016 (FBC) – Qormaata sadarkaa naannoo kutaa 6ffaa, 8ffaa fi kan biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara kanaaf qophiin xumuramuu Biiroon Baarnootaa Naannoo Oromiyaa ibseera.…
Manni Maree Ministiroota Murtoowwan garaagaraa dabarse
Finfinnee, Caamsaa 23, 2016 (FBC) – Manni Maree Ministroota walga’ii idilee 33ffaa har’a gaggeesesen dhimmoota garaagaraatti mari’achuun murtoowwan adda addaa dabarseera.…
Obbo Indashaaw Xaasaw Paartilee siyaasaa naannicha keessa socho’an waliin mari’atan
Finfinnee, Caamsaa 23, 2016 (FBC) – Itti Aanaan Pireezidaantii Naannoo Giddugaleessa Itiyoophiyaa Obbo Indashaaw Xaasaw Paartilee siyaasaa naannicha keessa socho’an waliin mari’ataniiru.…
Naannoo Hararitti sagantaan Tola Ooltummaa Gannaa eegale
Finfinnee, Caamsaa 23, 2016 (FBC) – Naannoo Hararitti sagantaan Tola Ooltummaa Gannaa Dargaggoota Tola Oltoota kuma 43 hirmaachise eegale.
Pireezidaantiin Naannoo Hararii…
Pir. Shimallis Abdiisaan irra deebiin waamicha nageenyaa dhiyeessan
Finfinnee, Caamsaa 22, 2016 (FBC) –Pireezidaantiin Mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan qaamolee hidhannoon naannicha keessa socho'aniif irra deebiin waamicha nageenya…
Kitaabni Sabboonummaa jedhu eebbifame
Finfinnee, Caamsaa 22, 2016 (FBC) – Kitaabni Sabboonummaa jedhu Afaan Oromoo fi Afaan Amaaraan barreeffame eebbifameera.
Kitaabni Ministir Deetaa Ministeera Jallisii fi…
Inisheetiiviin Gaanfa Afrikaa walga’ii Ministirootaa 21ffaa gaggeesse
Finfinnee, Caamsaa 22, 2016 (FBC) – Inisheetiiviin Gaanfa Afrikaa Yaa’ii waggaa Baankii Misooma Afrikaa Keeniyaa Naayiroobiitti gaggeeffamaa jiru cinaatti walga’ii Ministirootaa 21ffaa…
Inisheetiiviin Gaanfa Afrikaa walga’ii Ministirootaa 21ffaa gaggeesse
Finfinnee, Caamsaa 22, 2016 (FBC) – Inisheetiiviin Gaanfa Afrikaa Yaa’ii waggaa Baankii Misooma Afrikaa Keeniyaa Naayiroobiitti gaggeeffamaa jiru cinaatti walga’ii Ministirootaa 21ffaa…
Naannoon Giddugaleessa Itiyoophiyaa sagantaa Tola Ooltummaa Gannaa eegalchiise
Finfinnee, Caamsaa 22, 2016 (FBC) – Naannoon Giddugaleessa Itiyoophiyaa sagantaa Tola Ooltummaa Gannaa magaalaa Hoosaa’inaatti eegalchiiseera.
Itti Aanaan Pireezidaantii…
Obbo Tamasgeen Xirunaan argisiisaa ijaarsaa idil addunyaa Finfinneetti qophaa’e banan
Finfinnee, Caamsaa 22, 2016 (FBC) – Itti Aanaan Ministira Muummee Obbo Tamasgeen Xirunaan agarsiisaa fi Siimpoziiyeemii ijaarsaa idil addunyaa ‘Biig 5 konistraaktii Itiyoophiya 2024’…