Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Bakka buutoonni kutaalee hawaasaa Ajandaa adda baasaan komishinichaaf kennan
Finfinnee, Caamsaa 23, 2016 (FBC) – Bakka buutoonni kutaalee hawaasaa Ajandaa adda baasaan Komishinii Maree Biyyaalessaaf kennaniiru.
Magaalaa Finfinneetti Bakka buutoonni kutaalee…
Leenjiin tarsiimoo Qonnaarratti Qonnaan fi Horsiisee bultoota miiliyoona 5 fi kuma180 oliif kennamaa…
Finfinnee, Caamsaa 23, 2016 (FBC) – Leenjiin tarsiimoo Qonnaarratti Qonnaan fi Horsiisee bultoota miiliyoona 5 fi kuma180 oliif guyyoota shanan darbaniif Aanaalee 301 keessatti kennamaa ture…
Yakkamaan haala Suukaneessaan Haadha isaa ajjeesse adabbiin du’aa itti murtaa’e
Finfinnee, Caamsaa 23, 2016 (FBC) – Manni Murtii Olaanaa Magaalaa Adaamaa Yakkamaa haala suukaneessaan Haadha isaa ajjeesuun himatame adabbii du'aa itti murteesseera.…
Itiyoophiyaa fi Kooriyaa Kibbaa yakkoota Shororkeessummaa daangaa ce’aarratti waloon hojjechuuf…
Finfinnee, Caamsaa 23, 2016 (FBC) – Tajaajilli Nageenya Odeeffannoo Biyyaalessaa Itiyoophiyaa gita isaa Kooriyaa Kibbaa waliin yakkoota Shororkeessummaa daangaa ce’aarratti tumsaan…
Mareefi Marabbaan biyya waloo keenyaa Ijaarra! – BMNO
Finfinnee, Caamsaa 23, 2016 (FBC) – Mootummaan Naannoo Oromiyaa naannichatti nageenya waaressuuf, maree biyyaalessaaf haalli mijaawaan akka uumamu gumaacha irraa eegamu hunda taasisaa…
Ambaasaaddar Taayyeen Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Ispeen waliin mari’atan
Finfinnee, Caamsaa 23, 2016 (FBC) –Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Ispeen Ambaasaaddar Antooniyoo Loopeez Maak-leelaan…
Qaamoleen haqaa itti gaafatamummaa isaanii karaa walaba ta’een akka bahan gaafatame
Finfinnee, Caamsaa 23, 2016 (FBC) – Qaamoleen haqaa giddu seentummaarraa karaa bilisaa fi walaba ta’een itti gaafatamummaa isaanii akka bahan Af Yaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa Obbo…
Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa Finfinnee gara Firiitaawonitti kallattiin balallii eegale
Finfinnee, Caamsaa 23, 2016 (FBC) – Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa Finfinnee gara Seraaliyoon Firiitaawonitti kallattiin balallii eegaleera.
Daandiin qilleensichaa…
Aanaa Sokorruutti Balaa tiraafikaa mudateen lubbuun nama 1 yoo darbu, namoota 4 irra miidhaan qaamaa…
Finfinnee, Caamsaa 23, 2016 (FBC) – Godina Jimmaa Aanaa Sokorruu ganda Gangalataatti Balaa tiraafikaa mudateen lubbuun nama 1 yoo darbu, namoota 4 irra miidhaan qaamaa cimaan qaqqabe.…
Dirre Dhawaatti Sagantaan Tola Ooltummaa Gannaa eegale
Finfinnee, Caamsaa 23, 2016 (FBC) – Bulchiinsa Magaalaa Dirre Dhawaatti Sagantaan Tola Ooltummaa Gannaa eegaleera.
Kantiibaan Magaalaa Dirre Dhawaa Obbo Kadir Juhaari fi Itti…