Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Komishinar jeneral Dammallaash Gabremikaa’el jila hooggansa olaanaa poolisii Sudaan Kibbaa…
Finfinnee, Caamsaa 17, 2016 (FBC) –Komishinarri komishinii poolisii Federaalaa Jeneraal Dammallaash Gabremikaa'el jila hooggansa olaanaa poolisii Sudaan Kibbaa waliin Finfinneetti…
Oromiyaan giddugala hawwata turizimii gosa hundaan kan badhaatedha – Pir. Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Caamsaa 17, 2016 (FBC) –Oromiyaan giddugala hawwata turizimii gosa hundaan kan badhaatedha jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan.
Qabeenya…
Jilli Aadde Adaanech Abeebeen durfamu hojii misoomaa Mooraa Ministeera Magaalaa fi Bu’uuraalee…
Finfinnee, Caamsaa 16, 2016 (FBC) – Jilli Kaantibaa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen durfamu hojii misoomaa bakka hojii hawwataa taasiisuuf Mooraa Ministeera Magaalaa…
Yaaliin Finxaaleyyiin biyya diiguuf taasiisan fashalaa’eera – Jeneraal Ababaw Taaddasaan
Finfinnee, Caamsaa 16, 2016 (FBC) – Giddugalli Leenjii Ajaja Komaandoo Humna Qilleensaa miseensota kutaalee ajajichaa adda addaarraa walitti fiduun hoggansa sadarkaa gadii…
Sirna diimokiraasii dhugaa ta’e lafa qabsiisuuf rakkoolee nageenyaa hundeerraa hiikuun…
Finfinnee, Caamsaa 16, 2016 (FBC) - Misooma, badhaadhinaafi sirna diimokiraasii dhugaa ta'e lafa qabsiisuuf rakkoolee nageenyaa hundeerraa hiikuun murteessaa ta’u Sadarkaa Itti Aanaa…
Jilli Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaan durfamu Suuraa Yaadannoo Atileet Abbabaa Biqilaa Roomitti…
Finfinnee, Caamsaa 16, 2016 (FBC) - Jilli Itaamaajoorii Waliigalaa Humna Raayyaa Ittisaa Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaan durfamu Suuraa Yaadannoo Atileet kumalaa Abbabaa Biqilaa…
Aadde Adaanachi agarsiisa Saayinsii fi Kalaqaa sadarkaa magaalaa manneen barnootaa magaalaa…
Finfinnee, Caamsaa 16, 2016 (FBC) – Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanechi Abeebeen agarsiisa Saayinsii fi Kalaqaa sadarkaa magaalaa manneen barnootaa magaalaa Finfinneetti qophaa’e…
Ganna dhufu kutaaleen biyyattii harki caalu Rooba idileen olii qabaatu jedhame
Finfinnee, Caamsaa 16, 2016 (FBC) – Ganna dhufu kutaaleen biyyattii harki caalu Rooba idileen olii argachuu akka danda’an Inistiityuutiin Raaga Haala Qilleensaa Itiyoophiyaa beeksiise.…
Bu’aaleen qorannoo rakkoo lammiilee kan hiikan ta’uu qabu – Obbo Malaakuu Allebal
Finfinnee, Caamsaa 16, 2016 (FBC) – Bu’aaleen qorannoo fi qo’annoo rakkoo lammiilee kan hiikanii fi fayyadamummaa Teeknooloojii qabatamaan kan mul’isan ta’uu akka qaban Ministirri…
Ambaasaaddar Taayyeen gita isaanii Saa’ud Arabiyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Caamsaa 16, 2016 (FBC) –Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen gita isaanii Saa'ud Arabiyaa Faayisal Biin Farhaan Al Saa'ud waliin…