Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Yuunivarsiitiiwwan hojiilee hojiirra oolchaa jiran bu’aa qabeessa taasisuuf itti gaafatamtonni…
Finfinnee, Bitootessa 8, 2016 (FBC)- Dhaabbileen Barnoota Olaanoo hojiilee jijjiiraamaa hojiirra oolchaa jiran bu’aa qabeessa taasisuuf itti gaafatamtoonni damichaa xiyyeeffannaan akka…
Paarkiiwwan Indaastirii fi Naannawaa Daldala Walabaatti lammiilee kuma 100 oliif carraan hojii…
Finfinnee, Bitootessa 8, 2016 (FBC)- Paarkiiwwan Koorporeeshinii Misooma Paarkiiwwan Indaastirii Itiyoophiyaa jalatti bulan 12 fi Naannawaa Daldala Walabaa Dirree Dhawaatti lammiilee kuma…
Sababa daangaan rakkoo siyaasaa, hawaasummaa fi diinagdee Naannoo Tigraayii fi Amaaraatti muudate…
Finfinnee, Bitootessa 7, 2016 (FBC) - Koreen Biyyaalessaa gaaffii daangaa bulchiinsaa Tigraayiifi Amaaraa bu'uura heera mootummaan deebisuuf hundaa'e gamaggama hojii gaggeesseera.
Sababa…
Mootummaan waggoota afran darbaniif Inisheetivoota qonna naannichaa hirkattummaa roobaa jalaa baasan…
Finfinnee, Bitootessa 7, 2016 (FBC) -Mootummaan naannoo Oromiyaa waggoota afran darbaniif Inisheetivoota qonna naannichaa hirkattummaa roobaa jalaa baasan babal’isuu irratti kan argamu…
Har’a jiraattoonni kumaatamaan lakkaawwaman Yaadannoo Injifannoo Adwaa daawwachuu ibsame
Finfinnee, Bitootessa 7, 2016 (FBC) - Yaadannoon Injifannoo Adwaa daawwattootaaf banuu ta'uu hordofee har'aa jiraattoonni magaalaa Finfinnee kumaatamaan lakkaawwaman galhambicha daawwachuu…
Sagantaa kadhannaa Kaawunsilii Waldaalee Kiristiyaanaa Warra Wangeelaa boru gaggeeffamu hordofee…
Finfinnee, Bitootessa 7, 2016 (FBC) - Poolisiin Federaalaa sagantaa kadhannaa Kaawunsilii Amantoota Kiristiyaanaa warra wangeelaa boru Addabaabayii Masqalaatti gaggeeffamu hordofee…
Sababa Siistamaan tajaajjilli adda cituun ala halleellaan Saayibarii qaqqabe hin jiru – BDI
Finfinnee, Bitootessa 7, 2016 (FBC) - Baankiin Daldala Itiyoophiyaa rakkoo keessoo siistamaan ala halleellaan saayibarii muudate kan hin jirre ta'uu beeksiseera.
Tajaajjilli ATM…
Pir. Shimallis Abdiisaan jila deeggarsaafi hordoffii Federaalaa waliin mari’atan
Finfinnee, Bitootessa 7, 2016 (FBC) - Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan jila deeggarsaafi hordoffii Federaalaarra gara Naannoo Oromiyaatti bobba'an waliin…
Dooktar Abiy Miseensota Kaawunsilii Waldaalee Amantaa Kiristiyaanaa Amantoota warra Wangeelaa…
Finfinnee, Bitootessa 7, 2016 (FBC) - Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Miseensota Kaawunsilii Waldaalee Kiristiyaanaa Amantoota warra Wangeelaa Itiyoophiyaa waliin mari'ataniiru.…
Oromiyaatti balaa tiraafikaa ittisuuf qindoominaan hojjechuu kan gaafatu ta’uu ibsame
Finfinnee, Bitootessa 7, 2016 (FBC) - Oromiyaatti balaa tiraafikaa ittisuuf qindoominaan hojjechuu kan gaafatu ta'uu Ejensii Geejjibaa naannoo Oromiyaa beeksiseera.
Naannichatti miidhaan…