Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Oromiyaatti balaa tiraafikaa ittisuuf qindoominaan hojjechuu kan gaafatu ta’uu ibsame
Finfinnee, Bitootessa 7, 2016 (FBC) - Oromiyaatti balaa tiraafikaa ittisuuf qindoominaan hojjechuu kan gaafatu ta'uu Ejensii Geejjibaa naannoo Oromiyaa beeksiseera.
Naannichatti miidhaan…
Koolleejiin Fayyaa Yekkaatiit-12 ogeeyyii fayyaa 202 eebbisiise
Finfinnee, Bitootessa 7, 2016 (FBC) - Koolleejiin Fayyaa Yekkaatiit-12 ogeeyyii fayyaa ogummaa garaagaraan barsiisaa ture 202 eebbisiise.
Koolleejjichi marsaa 7ffaaf ogeeyyii yaala fayyaa…
Dooktar Maqdas Dhaabaan Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Ameerikaa fi kan Iraan waliin mari’atan
Finfinnee, Bitootessa 7, 2016 (FBC) - Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Maqdas Dhaabaan Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Ameerikaa Erviin Hoosee Maasiiingaa fi kan Iraan Ambaasaaddar…
Badhaasichi bu’aa waloo keenyati – Kantiibaa Adaanech Abeebeen
Finfinnee, Bitootessa 7, 2016 (FBC) - Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Badhaasa Hoggantoota Cimoo Afriikaa kan 2024 Barruu Hoggansa Afriikaan badhaafamaniiru.
Barruun…
Xaa’oon biyyoo Kuntaalli miiliyoonni 9.2 ol qonnaan bultootaaf raabsamaa jira – Korporeeshinicha
Finfinnee, Bitootessa 6, 2016 (FBC) – Xaa’oon biyyoo Kuntaalli miiliyoonni 9.2 ol qonnaan bultootaaf raabsamaa jiraachuu Korporeeshiniin Hojiilee Qonnaa Itiyoophiyaa beeksiise.…
Dooktar Abiy Ministira Haqaa fi Dhimmoota Heera Mootummaa Rippaablika Ugaandaa waliin mari’atan
Finfinnee, Bitootessa 6, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ministira Haqaa fi Dhimmoota Heera Mootummaa Rippaablika Ugaandaa Noorbarti Maa’oo waliin mari’ataniiru.…
Dooktar Abiy Ministira Dhimmaa Alaa fi Walta’iinsaa Riippaablikaa Islaamummaa Mooriitaaniyaa waliin…
Finfinnee, Bitootessa 6, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ministira Ministira Dhimmaa Alaa fi Walta’iinsaa Riippaablikaa Islaamummaa Mooriitaaniyaa Mahaammad…
F/M Birhaanuu Juulaan Dhaabbileen nageenyaa Miseensa Waldichaa akka ta’an waamicha dhiyeessan
Finfinnee, Bitootessa 6, 2016 (FBC)- Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Raayyaa Ittisa Biyyaa Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaan Dhaabbileen Nageenyaa Federaalaa miseensa Waldaa Aksiyoonaa…
Pireezidaanti Saahilawarqi Zawudeen Xalayaa muudamaa Ambaasaaddaroota 6 simatan
Finfinnee, Bitootessa 6, 2016 (FBC)- Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zaawudeen xalayaa mudamaa Ambaasaaddaroota biyyoota 6 simataniiru.
Ambaasaaddarroonni biyyoota, Maalii, Hindii,…
Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen gita isaanii Aljeeriyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Bitootessa 6, 2016 (FBC)- Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen Ministira Dhimma Alaa Aljeeriyaa Ahimad Attaaf waliin mari’ataniiru.
Mariin…