Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Itiyoophiyaa fi Fiinlaandi waliigaltee Yuuroo miiliyoona 9.5 mallatteessan
Finfinnee, Bitootessa 6, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaa fi Fiinlaandi Pirojektii Bulchiinsa Lafaa boqonnaa 3ffaaf (REILA-III) kan oolu waliigaltee Yuuroo miiliyoona 9.5 mallatteessaniiru.…
Miseensonni Kaawunsilii Waldaalee Kiristaanaa Warra Wangeelaa Yaadannoo Injifannoo Adwaa daawwatan
Finfinnee, Bitootessa 6, 2016 (FBC)- Miseensonni Kaawunsilii Waldaalee Kiristaanaa Warra Wangeelaa Yaadannoo Injifannoo Adwaa daawwataniiru.
Daawwannicharratti kanneen hinrmaatan maqaa…
Dooktar Abiy Ahimad bakka bu’oota hawaasaa Naannoo Tigraay waliin mari’atan
Finfinnee, Bitootessa 6, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad bakka bu'oota hawaasaa Naannoo Tigraay irraa walitti baba’an waliin mari’ataniiru.
Dhimmoota bu’aa…
Sirni eegalchiisa Piroojektii dhiyeessa Humna Elektirikaa lammiilee miiliyoona 3.7 fayyadamoo…
Finfinnee, Bitootessa 6, 2016 (FBC) – Maallaqa Doolaara miiliyooan 500 Baankii Addunyaarraa argameen kan raawwatamu sirni eegalchiisa Piroojektii dhiyeessa Humna Elektirikaa lammiilee…
Shakkamaan sanada Sobaa qopheessuun itti fayyadamaa turee fi yakka malaammaltummaan shakkame…
Finfinnee, Bitootessa 6, 2016 (FBC) – Shakkamaan sanada Sobaa qopheessuu itti fayyadamaa turee fi yakka malaammaltummaan shakkame to’atamuu Poolisiin Federaalaa beeksise.
Shakkamaan…
Gaaffiilee lammiileen haqaan walqabatee kaasan deebiisuuf hojjetamaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Bitootessa 6, 2016 (FBC) – Gaaffiilee lammiileen haqaan walqabatee kaasan deebii akka argatuuf hojjetamaa jiraachuu Manni Maree Federeeshinii beeksise.
Sanada Wixinee hojmaataa…
Galmeewwan Qonnaa Teeknooloojii deeggaruun murteessaadha-EBWHO
Finfinnee, Bitootessa 6, 2016 (FBC)-Qonna bara 2016/17 milkeessuuf galteewwan qonnaa teeknooloojiin deegaruun murteessaa ta'uu Ejensiin Babal'ina Hojii Gamtaa Oromiyaa ibse.
Hogganaan…
Magaalichatti giddugaloonni gabaa gurguddoon 3 guutummaatti hojii eegalan
Finfinnee, Bitootessa 6, 2016 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti giddugaloonni gabaa gurguddoon 3 humna guutuun tajaajila eegaluu Biiroon Daldalaa magaalichaa beeksise.
Giddu galli Oomisha…
Himanni Galmeewwan M/J kinfee Daanyawuu fi Abdii Mahaammad Umar (Abdii Iille) addaan cite
Finfinnee, Bitootessa 5, 2016 (FBC)-Himanni Galmeewwan Meejar Jeneraal Kinfee Daanyawuu fi Abdii Mahaammad Umar (Abdii Iille) irratti dhiyaatanii turan akka addaan citu murtaa'uu Ministeerri…
Gaagurri ammayyaa kuma 600 ol qonnaan bultoota bira qaqqabeera-Pir. Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Bitootessa 5, 2016 (FBC)- Hanga baatii darbeettii Gaagurri ammayyaa kuma 600 ol qonnaan bultoota bira qaqqabuu Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan ibsan.…