Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Oromiyaatti Qonna Arfaasaan lafti hektaarri miiliyoonni 1 fi kuma 506 ol misoomuun kunuunfamaa jira…
Finfinnee, Ebla 30, 2016 (FBC) – Oromiyaatti bara kana Qonna Arfaasaan lafti hektaarri miiliyoonni 1 fi kuma 506 ol misoomuun kunuunfamaa jiraachuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksiise.…
Korporeeshinichi sosochii “Itiyoophiyaa Qulqulluutti” makame
Finfinnee, Ebla 30, 2016 (FBC) – Korporeeshiniin Manneen Federaalaa sosochii "Itiyoophiyaa Qulqulluu"tti makameera.
Dhaabbatichi Birrii miiliyoona 5 gumaachuun sagantichatti makameera.
Mul’annii fi yaadni keenya hojjennee badhaadhina Itiyoophiyaa mirkaneessudha – Dooktar Abiy…
Finfinnee, Ebla 30, 2016 (FBC) – Mul’annii fi yaadni keenya hojjennee badhaadhina Itiyoophiyaa mirkaneessudha jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.
Dooktar Abiy har’a…
Oromoon lagaan walqoodee wal ajjeesuun salphinatti adeemurra dhaabbatanii yaaduun barbaachisadha –…
Finfinnee, Ebla 30, 2016 (FBC) – Oromoon lagaan walqoodee wal ajjeesuun salphinatti adeemurra dhaabbatanii yaaduun barbaachisadha jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.…
Waa’een nageenyaa ummatta wallaggatti hin himamu – Dooktar Abiy Ahimaad
Finfinnee, Ebla 30, 2016 (FBC) – Biyya afuurri nageenyaa, jaalalaa, tokkummaa fi kabajaa keessatti lallabamaa ture Wallaggaatti waa’een nageenyaa hin himamu jedhan Ministirri Muummee FDRI…
Wallaggi bakka misoomaa fi araaraa malee dachee dhiigaa miti – Pireezidaanti Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Ebla 30, 2016 (FBC) – Wallaggi bakka misoomaa fi araaraa malee dachee dhiigaa miti jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan.
Rakkoolee…
Jilli Dooktar Abiy Ahimadiin durfamu magaalaa Naqamtee gale
Finfinnee, Ebla 30, 2016 (FBC) – Jilli Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadiin durfamu Hiriira deeggarsa hoggansa jijjiiraamaa gaggeeffamaa jirurratti hirmaachuuf Magaalaa Naqamtee…
Hiriirri deeggarsaa hoggansa Jijjiiramaa Godinaalee Wallaggaa Magaalaa Naqamteetti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Ebla 30, 2016 (FBC) – Hiriiri Deeggarsaa hawaasa Godinaalee Wallaggaa 4 hirmachise magaalaa Naqamtee Istaadiyeemii Wallaggaatti gaggeeffamaa jira.
Hawaasni godinaalee Wallagaa…
Harargee Bahaatti Balaa Tiraafikaa Mudateen lubbuun namoota 4 darbe
Finfinnee, Ebla 29, 2016 (FBC) – Godina Harargee Bahaa Aanaa Meettaatti balaa Tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 4 darbuu Waajjirri Poolisii Aanichaa beeksise.
Balaan kun Aanaa Meettaa…
Lammiileen 230 Oomaanii gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Ebla 29, 2016 (FBC) – Guyyaa har’aa lammiilee Itiyoophiyaa bakka tursaa Oomaan keessatti haala rakkisaa keessa jiran gara biyyaa deebisuun eegalamuu Ministeerri Dhimma Dubartootaa…