Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Manni Maree Waliigalaa Dhimmoota Islaamummaa Itiyoophiyaa sagantaa Ifxaaraa gaggeesse
Finfinnee, Bitootessa 4, 2016 (FBC) - Manni Maree Waliigala Dhimmoota Islaamummaa Itiyoophiyaa sagantaa Ifxaaraa magaalaa Finfinneetti gaggeesseera.
Ministira Ministeera Dhimma…
Manni marichaa boru Walga’ii Idilee 17ffaa ni gaggeessa jedhame
Finfinnee, Bitootessa 4, 2016 (FBC) -Manni maree Bakka Bu'oota Ummataa boru Walga'ii Idilee 17ffaa kan gaggeessu ta'uu ibsame.
Manni marichaa Walga'ii Idilee 17ffaan boru gaggeessuun…
Hawaattummaa Haroo Dandii mirkaneessuuf hojiin misooma suluulaa hojjetamaa jira
Finfinnee, Bitootessa 4, 2016 (FBC) -Jilli Obbo Geetuu Gammachuun durfamu hojii muuxannoo gaarii qonnaan bultoonni Harargeen naannawaa Haroo Dandiitti hojjetan daawwateera.
Qonnaan…
Meejar Jeneraal Kinfee Daanyachoon bittaa Hoteela Inpeeriyaalii fi Riivaraaliin waliin qabatee yakka…
Finfinnee, Bitootessa 4, 2016 (FBC) - Manni Murtii Meejar Jeneraal Kinfee Daanyachoon bittaa Hoteela Inpeeriyaalii fi Riivaraaliin waliin qabatee yakka malaammaltummaa raawwatan jechuun…
Baajanni Paartii Diimokiraatawaa ‘Aandi Itiyoophiyaa’f ramadame faayidaa dhuunfaaf oole –…
Finfinnee, Bitootessa 4, 2016 (FBC) – Baajanni Paartii Diimokiraatawaa Itiyoophiyaa Tokkoof ramadame faayidaa dhuunfaaf oolu Boordiin Filannoo Biyyyaalessa Itiyoophiyaa beeksise.
Baajanni…
Gumiin Dhaabbilee Amantaa Oromiyaa Magaalaa Naqamteetti marii nageenyaa taasiisan
Finfinnee, Bitootessa 4, 2016 (FBC) – Gumiin Dhaabbilee Amantaa Oromiyaa Magaalaa Naqamteetti mata duree "Abbootii Amantaa Deeggeeruun walitti hidhaminsaa Hawasummaa cimsuudha'' jedhuun…
Itiyoophiyaa fi Rippaablikni Cheek damee Turiziim tumsaan hojjechuuf waliigalan
Finfinnee, Bitootessa 4, 2016 (FBC) – Ministirri Ministeera Turizimii Ambaasaaddar Naasisee Caaliin Rippaablika Cheekitti daawwannaa hojii taasiisaniiru.
Kaayyoon…
Baankiin Daldala Itiyoophiyaa fi Naannoon Oromiyaa gurgurtaa Xaa’oo mala Diijitaalaan raawwachuuf…
Finfinnee, Bitootessa 4, 2016 (FBC) – Baankiin Daldala Itiyoophiyaa fi Naannoon Oromiyaa gurgurtaa Xaa’oo karaa Diijitaalaan raawwachuuf waliigaltee mallatteessaniiru.
Xaa’oo Qonna Gannaa…
Dooktar Abiy Abbootii Amantaa Ortodoksii Waloomaa waliin mari’atan
Finfinnee, Bitootessa 4, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Abbootii Amantaa Ortodoksii Waloomaa kutaalee biyyattii garaagaraarraa dhufan waliin mari’ataniiru.…
Dhaabbileen biyya keessaa 3 heyyama Tajaajila Geejjiba Maltii Moodaal argatan
Finfinnee, Bitootessa 4, 2016 (FBC) – Dhaabbileen biyya keessaa 3 heyyama Tajaajila Geejjiba Maltii Moodaal kennuuf isaan dandeessisu argachuu ibsameera.
Dhaabbileen kunneen waraqaa…