Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Qormaata gara carraatti jijjiiruun yeroo tasgabbaa’aa fi bu’aa qabeessa dabarsineerra…
Finfinnee, Bitootessa 4, 2016 (FBC) – Yaadama haaraan qormaata gara carraatti jijjiiruun yeroo tasgabbaa'aa fi bu'aa qabeessa dabarsineerra jedhan Pireezidaantiin Naannoo Kibba Itiyoophiyaa…
Jilli obbo Geetuu Gammachuun durfamau warshaa Nooraa Gudar daawwate
Finfinnee, Bitootessa 4, 2016 (FBC) – Jilli Hogganaa Biiroo Qonna Oromiyaa obbo Geetuu Gammachuun durfamau warshaa Nooraa Gudar daawwatera.
Warshaan Nooraa Gudar Godina Shawaa Lixaa Aanaa…
Sanada sobaan socho’aa kan ture Qorqoorroo fi Sibiiloonni Birrii miiliyoona 56 olitti tilmaamamu…
Finfinnee, Bitootessa 4, 2016 (FBC) – Sanada sobaan socho’aa kan ture Qorqoorroo fi Sibiiloonni Birrii miiliyoona 56 olitti tilmaamamu to’atamuu Komishiniin Gumrukaa beeksise.
To’annoo fi…
Miseensota Humna Addaa duraanii naannoo Amaaraa waamicha nageenyaa fudhachuun leenjii galaniif…
Finfinnee, Bitootessa 4, 2016 (FBC) – Miseensota Humna Addaa duraanii naannoo Amaaraa waamicha nageenyaa fudhachuun marsaa 2ffaaf leenjii haaroomsaa galaniif simannaan taasiifameera.…
‘Badhaasni Milkaa’ina Dhaabbilee Itiyoophiyaa’ walta’iinsaa fi dorgomtummaa kan…
Finfinnee, Bitootessa 3, 2016 (FBC)- ‘Badhaasni Milkaa’inaa Dhaabbilee Itiyoophiyaa’ walta’iinsaa fi dorgomtummaa kan cimsu ta’uu Hoggantoonni Dhaabbilee Badhaafamanii ibsan.
Ministirri…
Akkaadaamiin Hoggansa Afrikaa Dhaabbilee Waldaalee Siiviilii waliin hojjechuuf waliigale
Finfinnee, Bitootessa 3, 2016 (FBC)- Akkaadaamiin Hoggansaa Afrika, Mana Maree Dhaabbilee Waldaalee Siiviilii Itiyoophyaa fi Abbaa Taayitaa Dhaabbilee Waldaalee Siiviilii Itiyoophiyaa waliin…
MM Dooktar Abiy Ahimad dhaabbilee shaniif beekkamtii kennan
Finfinnee, Bitootessa 3, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dookta Abiy Ahimad 'Badhaasa Milkaa’ina Dhaabbilee Itiyoophiyaa' dhaabbilee shaniif ' kennan.
Dooktar Abiy beekkamticha…
Walitti hidhamiinsa invastimantii Itiyoo-Xaaliyaan cimsuuf mariin gaggeeffame
Finfinnee, Bitootessa 3, 2016 (FBC)- Walitti hidhamiinsa invastimantii Itiyoo-Xaaliyaan cimsuuf mariin gaggeeffameera.
Ministiri Deetaan Ministeera Indaastrii Obbo Taarraqanyi Bulultaan,…
Hojiilee dippilomaasii beekumsaa fi ogummaan raawwachuun barbaachisaadha-Amb. Taayyee
Finfinnee, Bitootessa 3, 2016 (FBC)- Siyaasa quubsumaa Idil Addunyaa jijjiiramoota hedduu keessa darbaa jiru haala giddugaleeffateen hojiilee dippiloomaasii beekumsaa fi ogummaan raawwachuun…
Daandiin Qilleensichaa komiiwwan ka’an qorachuun tarkaanfii sirreeffamaa akka fudhatu beeksise
Finfinnee, Bitootessa 3, 2016 (FBC)-Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa komiiwwan ka’an qorachuun tarkaanfii sirreefamaa akka fudhatu beeksiseera.
Tibbana kenniinsa tajaajila imaltootaa…