Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ayyaanni Fannoo mana Amantichaatti kabajame
Finfinnee, Ebla 24, 2016 (FBC) – Mana Amantaa Kaatolikii Itiyoophiyaatti ayyaanni Fannoo Iyyasuus Kiristoos kabajameera.
Phaaphasiin Mana Amantaa Kaatolikii Itiyoophiyaa Kaardinaal…
Naannoo Afaaritti Muuziin yeroo gabaabaatti oomisha kennuu misoomaa jira
Finfinnee, Ebla 25, 2016 (FBC) – Naannoo Afaar Aanaalee garaagaraatti Muuziin yeroo gabaabaatti oomisha kennuu misoomaa jiraachuu Biiroon Qonnaa fi Qabeenya Uumamaa naannichaa ibseera.…
Ayyaanni Fannoo Iyyasuus Kiristoos biyyoota garaagaraatti kabajama
Finfinnee, Ebla 25, 2016 (FBC) – Ayyaanni Fannoo Iyyasuus Kiristoos biyyoota garaagaraatti sirnoota Adda Addaan kabajama.
Ayyaannichi wareegama Iyyasuus Kiristoota dhala namaa fayyisuuf…
Poolisiin shakkamtoota 89 to’annoo jala oolchuun meeshaalee qaama konkolaattoota hataman…
Finfinnee, Ebla 25, 2016 (FBC) – Poolisiin Magaalaa Finfinnee shakkamtoota 89 to'annoo jala oolchuun meeshaalee qaama konkolaattoota yeroo garaagaraatti hataman hedduu deebisiisuu beeksise.…
Ayyaanni Sooma Hiikaa nagaan akka kabajamu qophiin xumurame – Humna Walichaa
Finfinnee, Ebla 25, 2016 (FBC) – Ayyaanni Sooma Hiikaa rakkoo nageenyaa malee nagaan akka kabajamu qophiin xumuramuu Humni Waloo Tikaa fi Nageenyaa beeksise.
Humni walichaa naannolee…
Warshichi guyyaatti qorichoota farraa Ilbiisotaa fi Aramaa liitira miiliyoona 3 .5 ol oomishaa…
Finfinnee, Ebla 25, 2016 (FBC) –Warshaan farra Ilbiisotaa Adaamii Tulluu guyyaatti qorichoita farra Ilbiisotaa fi Aramaa liitira miiliyoona 3.5 ol oomishaa jiraachuu beeksiseera.…
Naannoo Amaaraatti hojiilee misoomaaf haalli mijataan uumamuu Obbo Adam Faaraahi ibsan
Finfinnee, Ebla 25, 2016 (FBC) –Naannoo Amaaraatti nageenyi waaraa argamaa jiraachuu hordofee hojiilee misoomaaf haalli mijataan uumamuu Sadarkaa Itti Aanaa Ministira Muummeetti Itti…
Jilli Obbo Tamasgeen Xirunaan durfamu naannoo Amaaraatti hojiilee misoomaa garaagaraa daawwate
Finfinnee, Ebla 25, 2016 (FBC) –Jilli Itti Aanaa Ministira Muummee FDRI Obbo Tamasgeen Xirunaan durfamu naannoo Amaaraatti hojiilee misoomaa garaagaraa daawwateera.
Jilichi ijaarsa…
Ayyaanni Fannoo Iyyasuus Kiristoos kabajamaa jira
Finfinnee, Ebla 25, 2016 (FBC) – Ayyaanni Fannoo Iyyasuus Kiristoos hordoftoota Amantaa Kiristiyaanaan kabajamaa jira.
Ayyaanni kun manneen Amantaa Ortodoksii Waloomaa, Kaatolikii fi…
Giddugala Gabaa Aqaaqitti balaa Ibiddaa mudateen Suuqiwwan 16 gubachuu ibsame
Finfinnee, Ebla 25, 2016 (FBC) – Kutaa Magaalaa Aqaaqii Qaallittii Giddugala Gabaa Aqaaqiitti balaa Ibiddaa mudateen Suuqiwwan 16 gubachuu ibsameera.
Halkan edaa naannawaa sa'aatii 3:10…