Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Guyyoota itti aanaan kutaaleen biyyattii harki caalu Rooba salphaa hanga cimaa argatu jedhame
Finfinnee, Ebla 24, 2016 (FBC) – Guyyoota itti aanaan kutaaleen biyyattii harki caalu Rooba salphaa hanga cimaa kan argatan ta’uu Inistiityuutiin Raaga Haala Qilleensaa…
Ejensichi Balaa Tiraafikaa hir’isuf xiyyeffannaan hojjecha jiraachuu ibse
Finfinnee, Ebla 24, 2016 (FBC) – Ejensiin Geejjiba Oromiyaa balaa Tiraafikaa hir’isuuf xiyyeeffannoon hojjechaa jiraachuu ibseera.
Ejensiichi…
Manni Maree naannicha gamaaggama raawwii hojii baatiiwwan 9 gaggeessuu eegale
Finfinnee, Ebla 24, 2016 (FBC) – Manni Maree Naannoo Hararii gamaaggama raawwii hojii baatiiwwan saglan darbanii gaggeessuu eegaleera.
Pireezidaantii naannicha Obbo Ordiin Baadrii…
Naannichi Ayyaana Sooma Hiikaa sababeeffachuun sirreeffamtoota kuma 1 fi 445’f dhiifama taasiise
Finfinnee, Ebla 24, 2016 (FBC) – Naannoon Kibba Itiyoophiyaa Ayyaana Sooma Hiikaa sababeeffachuun sirreeffamtoota seeraa kuma 1 fi 445’f dhiifama taasiiseera.
Ayyaana Sooma Hiikaa…
Itiyoophiyaanoota Dhaloota 2ffaa Ayyaanaa Sooma Hiika sababeeffachuun gara biyyaa dhufaniif…
Finfinnee, Ebla 24, 2016 (FBC) - Itiyoophiyaanoota Dhaloota 2ffaa Ayyaanaa Sooma Hiika sababeeffachuun gara biyyaa dhufaniif simannaan taasiifamaa jiraachuu ibsame.
Ministirri…
Boba’aan seeran ala socho’aa ture Barmeelli 46 to’atame
Finfinnee, Ebla 23, 2016 (FBC) – Boba’aa seeran ala socho’aa ture Barmeela 46 to’achuu Poolisiin magaalaa Miizaan Amaan ibse.
Naafxaan Barmeelli 35 fi Beenzilli barmeelli 11 karaa seeraan…
Dhagaan Bu’uuraa ijaarsa Piroojektii Bishaan dhugaatii jiraattoota kuma 80 ol fayyadamuu taasiisuu…
Finfinnee, Ebla 23, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin Naannoo Sidaamaa Obbo Dastaa Leddaamoon Magaalaa Hawaasaatti Ijaarsa Piroojektii Bishaan dhugaatii jiraattoota kuma 80 ol fayyadamuu…
Hojiin mirgaa fi fayyadamummaa hojjettootaa kabachiisuu cimee itti fufa – Aadde Mufariyaat Kamiil
Finfinnee, Ebla 23, 2016 (FBC) – Nageenyummaa Indaastirii mirkaneessuun, oomishtummaa guddisuun, mirgaa fi fayyadamummaa hojjettoota kabachiisuun cimee itti fufa jedhan Ministirri Ministeera…
Jilli Aadde Adaanach Abeebeen durfamu Humna Qilleensaa Itiyoophiyaa daawwateera
Finfinnee, Ebla 23, 2016 (FBC) –Jilli Kantibaa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen durfamu Humna Qilleensaa Itiyoophiyaa daawwateera.
Jilichi Mooraa Qajeelcha Humna Qilleensaa…
Gamtichi Yaalii sanada sobaan Maallaqa daddabarsuuf yaalame balaaleeffate
Finfinnee, Ebla 23, 2016 (FBC) – Gamtaan Afrikaa Bara Faranjootaa Ebla 15, 2024 Yaalii sanada sobaan Baankii Daldala Itiyoophiyaa Mooraa Waajjira Muummee gamtichaa keessatti argamuu Maallaqa…