Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Sirni Kadhannaa Kamisaa manneen Amantaa Kiristaanaa Ortodoksii waloomaa adda addaa keessatti…
Finfinnee, Ebla 24, 2016 (FBC) – Sirni Kadhannaa Kamisaa manneen Amantaa Kiristaanaa Ortodoksii waloomaa adda addaa keessatti raawwatameera.
Sirnichi Paatiriyaarikiin Mana amantichaa…
Oromiyaatti Ayyaana Sooma Hiika sabaabeeffachuun lammiilee kuma 300 oliif deeggarsi ni taasifama
Finfinnee, Ebla 24, 2016 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti Ayyaana Sooma Hiika sababeeffachuun lammiilee harka qalleyyii kuma 300 oliif deeggarsa taasiisuuf hojjechaa jiraachuu Biiroon…
Godina Hadiyyaa Magaalaa Shoneetti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 4 darbe
Finfinnee, Ebla 24, 2016 (FBC) – Naannoo Giddugaleessa Itiyoophiyaa Godina Hadiyyaa Magaalaa Shoneetti balaa Tiraafikaa mudateen miseensota maatii tokkoo namoota sadi dabalatee…
Keeniyaatti hojjettoonni Embaasii Itiyoophiyaa sosochii ‘ Itiyoophiyaa qulqulluutti makaman
Finfinnee, Ebla 24, 2016 (FBC) – Keeniyaatti hojjettoonni Embaasii Itiyoophiyaa sosochii ‘ Itiyoophiyaa qulqulluu’ Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad mata duree 'Daanndii…
Pireezidaanti Saahilawarqi lammiilee harka qalleeyyiif maaddii qoodan
Finfinnee, Ebla 24, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawdeen Ayyaanaa Sooma hiika sababeeffachuun Magaalaa Finfinnee Kutaa magaalaa Aradaa Aanaa 8tti lammiilee harka…
Mana Amantichaatti sagantaan Kadhannaa Kamisaafi Miila dhiquu gaggeefame
Finfinnee, Ebla 24, 2016 (FBC) – Mana Amantaa Kaatolikii Itiyoophiyaatti sagantaan Kadhaannaa Kamisaa fi Miila dhiquu gaggeefameera.
Phaaphasiin Mana Amantaa Kaatolikii Itiyoophiyaa…
Jilli Itti Aanaa Ministira Muummee Obbo Tamasgeen Xirunaan durfamu Magaalaa Bahiirdar galan
Finfinnee, Ebla 24, 2016 (FBC) – Jilli Itti Aanaa Ministira Muummee Obbo Tamasgeen Xirunaan durfamu Magaalaa Bahiirdar galeera.
Jilichi waayita Magaalaa Bahiirdar ga’u…
Aadde Adaanech Abeebeen lammiilee kuma 255 oliif Maaddii qoodan
Finfinnee, Ebla 24, 2016 (FBC) –Kantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Ayyaana Sooma Hiika Sababeeffachuun lammiilee galii gadi aanaa qaban kuma 255 oliif Maaddii qoodaniiru.…
Boordichi Abbootii qabeenyaa Kaappitaalaa Birrii biiliyoona 148 galmeessisan kuma 3 fi 700 oliif…
Finfinnee, Ebla 24, 2016 (FBC) – Boordiin Invastimantii Oromiyaa Abbootii qabeenyaa Kaappitaalaa Birrii biiliyoona 148 galmeessisan kuma 3 fi 700 oliif lafa invastimnati…
Piroojektoonni Maddii biyyaan hojjetaman naannoleef dabarfaman
Finfinnee, Ebla 24, 2016 (FBC) – Piroojektoonni Maddii biyyaan hojjetaman naannolee Oromiyaa, Amaaraa fi Kibba Itiyoophiyaaf dabarfamaniiru.
Piroojektoonni kunneen sagantaa…