Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Itiyoophiyaan Miseensa Baankii ‘New Development Bank’ ta’uuf hojjechaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Ebla 18, 2016 (FBC) – Itiyoophiyaan Miseensa Baankii ‘New Deve lopment Bank’ ta’uuf hojjechaa jiraachuu Ministeerri Dhimma Alaa beeksiseera.
Baankii BRICS kan ta’e Miseensa…
Guyyaan Qabeenya Kalaqa Sammuu Idil Addunyaa yeroo 22ffaaf kabajame
Finfinnee, Ebla 18, 2016 (FBC)- Guyyaan Qabeenya Kalaqa Sammuu Idil Addunyaa yeroo 22ffaaf Golambaa Saayinsiitti kabajameera.
Guyyichis mata duree “Misooma Waaraa Qabeenya Sammuun Kalaqaa…
Siwiidin lammiilee Itiyoophiyaa haala rakkisaa keessa jiraniif kan oolu deeggarsa Birrii biiliyoona…
Finfinnee, Ebla 18, 2016 (FBC) – Siwiidin lammiilee Itiyoophiyaa haala rakkisaa keessa jiraniif kan oolu deeggarsa Birrii biiliyoona 1.2 ol gama dhaabbilee deeggartootaan akka qaqqabu…
Misooma Koriidariif manneen kuma 5 ol kaafamaniiru-Aadde Adaanech
Finfinnee, Ebla 18, 2016 (FBC)- Misooma Koriidarii fi magariisaaf manneen kuma 5 fi 135 ol kaafamuu Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen ibsan.
Kantiibaan…
Magaalota mijatoo uumuuf hunduu gahee isaa akka bahatu Dooktar Abiy waamicha dhiyeessan
Finfinnee, Ebla 18, 2016 (FBC)-Magaalota mijatoo uumuuf hunduu gahee isaa akka bahatu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad waamicha dhiyeessan.
Dooktar Abiy gama miidiyaa…
Obbo Ahimad Shideen hoggantoota hojii olaanoo Ameerikaa waliin mari’atan
Finfinnee, Ebla 17, 2016 (FBC)- Ministirri Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad Shideen hoggantoota hojii olaanoo Ameerikaa waliin dhimmoota haala yeroo biyyaalessaarratti mari’ataniiru.…
Haleellaan Koorniyaa fi barmaatileen miidhaa qaqqabsiisan babal’achaa dhufuu akeekame
Finfinnee, Ebla 17, 2016 (FBC) – Haleellaan Koorniyaa fi barmaatileen miidhaa qaqqabsiisan babal’achaa dhufuu akeekameera.
Manni Maree Bakka Bu'oota Ummataa Walga’ii idilee…
Obbo Taayyee Danda’aan yakka humnoota farreen nageenyaa deeggaruu fi meeshaa waraanaa seeraan alaa…
Finfinnee, Ebla 17, 2016 (FBC) – Ministir Deetaa Ministeera Nageenyaa kan turan Obbo Taayyee Danda’aan yakka humnoota farreen nageenyaa deeggaruu fi meeshaa waraanaa seeraan alaa…
Itiyoophiyaan Koonfiraansii Idil Addunyaa Waggaa Interpool irratti hirmaachaa jirti
Finfinnee, Ebla 17, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaan Koonfiraansii Idil Addunyaa waggaa Interpool Faransaay Magaalaa Liyoonitti gaggeeffamaa jirurratti hirmaachaa jirti.
Poolisii Federaalaatti…
Manni marichaa murtoo adda addaa dabarse
Finfinnee, Ebla 17, 2016 (FBC) – Manni Maree Ministirootaa Walga’ii Idilee 31ffaa har’a gaggeesseen murtoo adda addaa dabarseera.
Manni marichaa wixinee labsii sirna qaraxa…