Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Manni marichaa murtoo adda addaa dabarse
Finfinnee, Ebla 17, 2016 (FBC) – Manni Maree Ministirootaa Walga’ii Idilee 31ffaa har’a gaggeesseen murtoo adda addaa dabarseera.
Manni marichaa wixinee labsii sirna qaraxa…
Oomishaa fi oomishtummaa Qonnaa dabaluuf eegumsaa midhaaniirratti xiyyeffannoon hojjetamaa jira-BQO
Finfinnee, Ebla 17, 2016 (FBC)- Oomishaa fi oomishtummaa Qonnaa dabaluuf eegumsa midhaaniirratti xiyyeffannoo olaanaan hojjetamaa jiraachuu Biiroon Qonna Oromiyaa beeksise.
Biirichi…
Jilli Ispoortii Aadaa Istaadiyamii Idil Addunyaa Aqaaqii daawwatan
Finfinnee, Ebla 17, 2016 (FBC)- Jilli Ispoortii Aadaa Itiyoophiyaa naannolee garaagaraarraa baba’e Istaadiyamii Idil Addunyaa Aqaaqii daawwateera.
Jilichi turtii Finfinneetti taasiseen…
Dooktar Abiy Ministira Muummee Liibiyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Ebla 17, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ministira Muummee Liibiyaa Abduulhamiid Aldaabaabiyaa waliin mari’ataniiru.
Dooktar Abiy…
Sagantaa Ashaaraa Magariisaa baranaaf biqiltuun karooraa ol qophaa’uun ibsame
Finfinnee, Ebla 17, 2016 (FBC)- Sagantaa Ashaaraa Magariisaa baranaaf biqiltuun karooraa ol qophaa’uu Gareen Suppervizhinii Dhaabbilee Federaalaa ibse.
Ganna dhufu biqiltuu biiliyoona 6.5…
Tajaajilichi hawaasni odeeffannoo sirrii akka argatu hojiilee bal’aa hojjechuu akka qabu akeekame
Finfinnee, Ebla 17, 2016 (FBC)- Tajaajilli Kominikeshinii Mootumma hawaasni odeeffannoo sirri akka argatu hojiilee bal’aa hojjechuu akka qabu akeekame.
Koreen Dhaabbii Dhimmoota…
Miseensonni Mana maricha hojiilee Misooma Koriidarii daawwatan
Finfinnee, Ebla 16, 2016 (FBC) – Miseensonni Mana Maree Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee hojiilee misooma Koriidarii magaalichatti hojjetamaa jiran daawwataniiru.
Miseensonni kunneen…
Baatiwwan kurnan darban qofa, kuufamni maallaqa waliigalaa Baankii Siinqee % 65’n dabale – Pir.…
Finfinnee, Ebla 17, 2016 (FBC) – Baatiwwan kurnan darban qofa, kuufamni maallaqa waliigalaa Baankii Siinqee % 65’n dabaluu Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan…
Daandichi torbanitti balaliin gara Kaameeruunitti taasisu 11’tti guddisuufi
Finfinnee, Ebla 17, 2016 (FBC)-Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa torbanitti balalii gara Kaameeruun Magaalaa Duwaalaatti taasisu 11’tti guddisuuf ta’uun ibsame.
Balalichas Caamsa 26, 2016…
Ministirri Muummee Liibiyaa daawwannaa hojiif Finfinnee galan
Finfinnee, Ebla 16, 2016 (FBC) - Ministirri Muummee Liibiyaa Abduulhamiid Aldabaayibaan Itiyoophiyaatti daawwannaa hojii taasiisuuf Finfinnee galaniiru.
Abduulhamiid Aldabaayibaan waayita…