Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Qamadii Jallisii Boneen misoomerraa hanga ammaatti callaa kuntaalli miiliyoonni 73 ol walitti…
Finfinnee, Ebla 16, 2016 (FBC) –Qamadii Jallisii Boneen misoomerraa hanga ammaatti callaa kuntaalli miiliyoonni 73 ol walitti qabamuu Ministeerri Qonnaa beeksise.
Bara kana…
Finfinneetti manni jireenyaa jiguun lubbuun namoota 7 galaafate
Finfinnee, Ebla 16, 2016 (FBC) – Magaalaa Finfinee Kutaa magaalaa Addis Katamaa aanaa 13tti manni jireenyaa jiguun lubbuun namoota 7 galaafate.
Balaan kun har’a Barii sa’aatii…
Itiyoophiyaatti nageenya waaraa mirkaneessuuf hojiilee eegalaman deeggaruun barbaachisaadha- Sulxaan…
Finfinnee, Ebla 15, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaatti nageenya waaraa mirkaneessuuf hojiilee eegalaman deeggaruun barbaachisaa ta’uu Sulxaanni Ummata Afaar Ahimad Alii Miiraah dubbatan.…
Mootummaan tokkummaan Sabdaneessummaa akka cimuuf ijaarsa seenessii waloof kutannoon hojjechaa…
Finfinnee, Ebla 15, 2016 (FBC)- Mootummaan tokkummaan sabdaneessummaa akka cimuuf ijaarsa seenessii waloof kutannoon hojjechaa jiraachuu Ministirri Tajaajila Kominikeeshinii Mootummaa…
Aanaa Dabra Libaanoositti Balaa Tirafikaan Lubbuun namoota 4 darbe
Finfinnee, Ebla 15, 2016 (FBC)- Godina Shawaa Kaabaa Aanaa Dabra Libaanositti balaa tirafikaa mudateen lubbuun namoota 4 darbuun ibsame.
Aanaa Darba Libaanoos Ganda Waakkeenneetti…
Tajaajila Kaadaastaraarraa galiin Birrii Biiliyoona 4 olii walitti qabame
Finfinnee, Ebla 15, 2016 (FBC)- Eejensiin Ragaalee fi Galmeessa Qabiyyee Lafaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee baatiiwwan saglan darban tajaajila kaadaastaraarraa galiin Birrii biiliyoona 4…
Qarqara Galaanaa Yemenitti bidiruun garagaluun lubbuun Itiyoophiyaanoota 16 darbe
Finfinnee, Ebla 15, 2016(FBC)- Qarqara Galaanaa Yemenitti bidiruun garagaluun lubbuun Itiyoophiyaanoota 16 darbuun ibsameera.
Lammiileen 28 ammoo achiin buuteen isaanii dhabamuun…
F/M Birhaanuu Juulaan adeemsa ijaarsa Hospitaalaa Adda Kibbaa daawwatan
Finfinnee, Ebla 15, 2016(FBC)- Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Raayyaa Ittisa Biyyaa Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaan adeemsa ijaarsa Hospitaalaa Adda Kibbaa Magaalaa Bishaan…
Waltajjiin marii Koree Olaanaa Qindeessaa Fooramii Biyyalessaa Magaalota Afrikaa gaggeeffame
Finfinnee, Ebla 15, 2016 (FBC)- Waltajjiin Marii baniinsaa fi hubannoo uumuu Koree Olaanaa Qindeessaa Fooramii Biyyalessaa Magaalotaa Afrikaa gaggeeffameera.
Ministirri Muummee Ittaanaa…
Baalli sammuu hadoochu kuntaalli 30 ol dhabamsifame
Finfinnee, Ebla 15, 2016(FBC)- Qajeelchi Odeeffannoo Ajaja Kibbaa baala sammuu hadoochu kuntaala 30 ol dhabamsiifame.
Qajeelchi Odeeffannoo Ajaja Kibbaa Godina Arsii Lixaa Aanaa…