Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dooktar Abiy daawwannaa Keeniyaa fi Taanzaaniyaatti taasisan xumuruun gara biyyaatti deebi’an
Finfinnee, Guraandhala 23, 2016 (FBC)-Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad daawwannaa hojii Keeniyaa fi Taanzaaniyaatti taasisan xumuruun gara biyyaatti deebi'aniiru.
#Oromiyaa…
Yaadannoon Injifannoo Adwaa Embaasiwwan Itiyoophiyaa biyyoota adda addaatti argamanitti argamanitti…
Finfinnee, Guraandhala 23, 2016 (FBC) - Yaadannoon Injifannoo Adwaa waggaa 128ffaan Embaasiwwan Itiyoophiyaa biyyoota adda addaatti argamanitti kabajameera.
Guyyichi mata duree Adwaa…
Adwaan agarsiiftuu tokkummaa Itiyoophiyaanotaati- Lij Daani’eel Jootee
Finfinnee, Guraandhala 23, 2016 (FBC) - Adwaan agarsiiftuu tokkummaa Itiyoophiyaanotaa ta'uu Pireezidaantiin Waldaa Gootoota Itiyoophiyaa Lij Daani'eel Jooteen ibsan.
Injifannoon Adwaa…
Guyyaan Yaadannoo Injifannoo Adwaa waggaa 128ffaan qophiilee garagaraan kabajame
Finfinnee, Guraandhala 23, 2016 (FBC) - Guyyaan Yaadannoo Injifannoo Adwaa waggaa 128ffaan qophiilee garagaraan bulchiinsa magaalootaa fi naannoleetti kabajameera.
Guyyichi Magaalaa…
Af Yaa’iin Caffee Oromiyaa Yaadannoo Injifannoo Adwaa waggaa 128ffaa sababeeffachuun ergaa…
Finfinnee, Guraandhala 23, 2016 (FBC) - Af Yaa'iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa’aadaa Abduraahmaan Yaadannoo Injifannoo Adwaa waggaa 128ffaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.…
Yaadannoon Injifannoo Adwaa waggaa 128ffaan naannoo Tigraayitti kabajame
Finfinnee, Guraandhala 23, 2016 (FBC) - Guyyaan Yaadannoo Injifannoo Adwaa waggaa 128ffaan naannoo Tigraayitti kabajameera.
Pireezidaantii FDRI Saahilawarqi Zawdee dabalatee hoggantoonni…
Raayyaan Ittisaa Wareegama Gootoonni duraanii Injifannoo Adwaarratti taasiisan dhaaluun gootummaan…
Finfinnee, Guraandhala 23, 2016 (FBC) - Raayyaan Ittisaa Wareegama Gootoonni duraanii Injifannoo Adwaarratti taasiisan dhaaluun waardiyyaa ta'uun gootummaan biyya kan taajilu ta'uu…
Injifannoon Adwaa tokkummaa ummataa bu’uura jabaarra kaa’eera – Obbo Aganyoo…
Finfinnee, Guraandhala 23, 2016 (FBC) - Injifannoon Adwaa tokkummaa ummataa bu'uura jabaarra kaa'uu Af Yaa'iin Mana Maree Federeeshinii Obbo Aganyoo Tashaagar ibsaniiru.
Guyyaan Yaadannoo…
Injifannoon Adwaa bu’aa kaayyoo tokkummaati – TKM
Finfinnee, Guraandhala 23, 2016 (FBC) - Injifannoon Adwaa bu'aa kaayyoo tokkummaa ta'uu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa beeksise.
Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa guyyaa…
Guyyaan Yaadannoo Injifannoo Adwaa waggaa 128ffaan Finfinneetti kabajamaa jira
Finfinnee, Guraandhala 23, 2016 (FBC) - Guyyaan Yaadannoo Injifannoo Adwaa 128ffaa bakka Hoggantoonni mootummaa Federaalaa fi naannolee, gootoonnii duraanii fi kutaaleen hawaasaa garaagaraa…