Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Yaadannoon Injifannoo Adwaa waggaa 128ffaan naannoo Tigraayitti kabajame
Finfinnee, Guraandhala 23, 2016 (FBC) - Guyyaan Yaadannoo Injifannoo Adwaa waggaa 128ffaan naannoo Tigraayitti kabajameera.
Pireezidaantii FDRI Saahilawarqi Zawdee dabalatee hoggantoonni…
Raayyaan Ittisaa Wareegama Gootoonni duraanii Injifannoo Adwaarratti taasiisan dhaaluun gootummaan…
Finfinnee, Guraandhala 23, 2016 (FBC) - Raayyaan Ittisaa Wareegama Gootoonni duraanii Injifannoo Adwaarratti taasiisan dhaaluun waardiyyaa ta'uun gootummaan biyya kan taajilu ta'uu…
Injifannoon Adwaa tokkummaa ummataa bu’uura jabaarra kaa’eera – Obbo Aganyoo…
Finfinnee, Guraandhala 23, 2016 (FBC) - Injifannoon Adwaa tokkummaa ummataa bu'uura jabaarra kaa'uu Af Yaa'iin Mana Maree Federeeshinii Obbo Aganyoo Tashaagar ibsaniiru.
Guyyaan Yaadannoo…
Injifannoon Adwaa bu’aa kaayyoo tokkummaati – TKM
Finfinnee, Guraandhala 23, 2016 (FBC) - Injifannoon Adwaa bu'aa kaayyoo tokkummaa ta'uu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa beeksise.
Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa guyyaa…
Guyyaan Yaadannoo Injifannoo Adwaa waggaa 128ffaan Finfinneetti kabajamaa jira
Finfinnee, Guraandhala 23, 2016 (FBC) - Guyyaan Yaadannoo Injifannoo Adwaa 128ffaa bakka Hoggantoonni mootummaa Federaalaa fi naannolee, gootoonnii duraanii fi kutaaleen hawaasaa garaagaraa…
Seenaan ijnjifannoo Adwaa dhaloota dhufuuf imaanaa dabalataa biyyaaf dursa kennuuti-Aadde Adaanech…
Finfinnee, Guraandhala 22, 2016 (FBC)- Seenaan injifannoo Adwaa dhaloota dhufuuf imaanaa dabalataa tokkummaan biyyaa eeguu, jaallachuu fi biyyaaf dursa kennuuti jedhan Kantiibaan Bulchiinsa…
Pireezidaantonni fi mootummoonni naannolee Adwaa ilaalchisuun ergaa dabarsan
Finfinnee, Guraandhala 22, 2016 (FBC)- Pireezidaantonni fi Mootummoonni Naannolee garaagaraa Guyyaa Yaadannoo Injifannoo Adwaa 128ffaa ilaalchisuu ergaa baga ittiin isin gahee dabarsaniiru.…
Miidhaa balaan Tiraafikaa qaqqabsisaa jiru hir’isuun hirmaannaa qaama hundaa gaafata – Dooktar…
Finfinnee, Guraandhala 22, 2016 (FBC) – Miidhaa balaan Tiraafikaa qaqqabsisaa jiru hir’isuun hirmaannaa qaama hundaa kan gaafatu ta’uu Ministirri Ministeera Geejjibaa fi Loojistiksii Dooktar…
Manni Marichaa Guyyaa Yaadannoo Injifannoo Adwaa 128ffaa Sababeeffachun ergaa baga ittiin isiin…
Finfinnee, Guraandhala 22, 2016 (FBC)- Manni Maree Federeeshinii Yaadannoo injifannoo Adwaa 128ffaa sababeeffachuun ergaa baga ittiin isin gahee dabarseera.
Afyaa’iin Mana Maricha Obbo…
Injifannoon Adwaa Eenyummaa Waloo Itoophiyaanotaa Bu’uura Cimaa Irratti Kan Ijaaredha-Pir. Shimallis…
Finfinnee, Guraandhala 22, 2016 (FBC)-Injifannoon Adwaa Eenyummaa Waloo Itoophiyaanotaa Bu’uura Cimaa Irratti Kan Ijaaredha jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis…