Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dijitaalaayizeeshiniin bulchiinsa taaksii hanqinaalee taaksii hambisuu danda’eera-Ministeericha
Finfinnee, Ebla 14, 2016 (FBC)-Dijitaalaayizeeshiniin bulchiinsa taaksii hojmaata waraqaa jijjiiruun hanqinaalee taaksii hambisuu Minitirri Ministeera Galiiwwanii Aadde Ayinaalem Niguseen…
Ijaarsi Pirojektii “Cool port” barana eegala
Finfinnee, Ebla 14, 2016 (FBC)- Bakka kuduraa fi muduraa qabanneessuun tursiisu pirojektiin “Cool Port Addis” jedhamu barana akka eegalu Dhaabbanni Loojistiksii fi Geejjiba Galaanaa…
Bishooftuutti lammiilee kuma 50 ta’aniif carraan hojii uumamuun ibsame
Finfinnee, Ebla 14, 2016 (FBC)-Bulchiinsa Magaalaa Bishooftuutti lammiilee kuma 50 ta'aniif carraan hojii uumamuun eerame.
Gareen Ogeeyyii miidiyaalee Magaala Bishooftuutti sochii…
Xaa’oo biyyoo dabalatee Oomishaalee kuma 19 oliif tajaajilli qorannoo qulqullinaa taasiifame
Finfinnee, Ebla 14, 2016 (FBC) – Baatiwaan 9 darban Xaa’oo biyyoo dabalatee Oomishaalee kuma 19 oliif tajaajilli qorannoo qulqullinaa taasiifamuu Dhaabbanni Maddaallii Mijaa’ummaa…
Naannichatti baatiwwan 9 darban balaawwan tiraafikaa mudatan keessaa % 78 sababa ariitii seeraan…
Finfinnee, Ebla 14, 2016 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti balaa Tiraafikaa mudataa jiru to’achuuf xiyyeeffannoo addaan hojjetamaa jiraachuu Ejansiin Geejjibaa naannichaa ibseera.…
Ganna dhufu barsiitota kuma 50’f leenjiin kennamuufi
Finfinnee, Ebla 14, 2016 (FBC)- Ganna dhufu hoggansa barnootaa fi barsiisotaaf leenjiin ga’umsaa kan kennuu ta’uu Ministeerri Barnootaa beeksise.
Leenjichi qulqullina barnootaa dabaluuf…
Carraa qabeenya umamaa of eeggannoon haa fayyadamnu-Pir. Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Ebla 14, 2016 (FBC)-Carraa qabeenya umamaa of eeggannoon haa fayyadamnu jechuun Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan dhaaman.
Dhalli namaa qabeenya…
Namoonni beekkamtii Teeleen ala Sararoota bilbilaatti fayyadamaa turan to’ataman
Finfinnee, Ebla 13, 2016 (FBC) - Naannoo Harariitti namoonni beekkamtii Teeleen ala Sararoota bilbilaatti fayyadamaa turan to'atamuu Poolisiin beeksise.
Naannoo Hararii Aanaa Jeneelaatti…
Garaagarummaa raawwii fi hanqina sagantaa maaddii guutuun mul’atu dhiphisuuf ni hojjetama…
Finfinnee, Ebla 13, 2016 (FBC) - Garaagarummaa raawwii fi hanqina sagantaa maaddii guutuun mul'atu dhiphisuuf kan hojjetamu ta'uu Ministirri Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaa Amanteen ibsan.…
Itiyoophiyaa fi Ingiliz walta’iinsa gamlamee daran cimsanii akka itti fufan ibsan
Finfinnee, Ebla 12, 2013 (FBC)-Itiyoophiyaa fi Ingiliz dameewwan dursa kennaniin fi tarsiimawaarratti walta'iinsa qaban daran cimsanii itti fufuuf waligalteerra ga'aniiru.
Jilli Ministira…