Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Daandichi gara Waarsawutti torbanitti balaliiwwan 4 gaggeessuufi
Finfinnee, Ebla 12, 2016 (FBC)-Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa Waxabajjii 10, 2016 irraa eegalee gara Poolaandi Waarsawutti torbanitti balaliiwwan 4 gaggeessuuf akka ta’e beeksise.…
Fiigacha daandiirraa “Itiyoophiyaan Haa Oomishtu” gaggeeffamuuf daandilee cufaa taan ifooman
Finfinnee, Ebla 12, 2016 (FBC)- Fiigacha daandiirraa “Itiyoophiyaan Haa Oomishtu” jedhuun gaggeeffamuuf daandileen konkolaattotaaf cufaa ta’an Poolisiin Magaalaa Finfinnee ifoomse.…
Adeemsi Itiyoophiyaa badhaate dhalootatti ceesisuu cimee itti fufa-MM Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Ebla 12, 2016 (FBC)- Adeemsi Itiyoophiyaa badhaatee fi biyya hinkadhanne dhalootatti dabarsuu cimee kan itti fufu ta’uu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan.…
Ummanni Guraagee jijjiramni biyyalessaa akka galma ga’uuf gumaacheera-Obbo Indaashaawu Xaasawu
Finfinnee, Ebla 12, 2016 (FBC)- Ummanni Guraagee jijjiramni biyyalessaa akka galma ga’uuf gumaacha taasisuu Pireezidaantiin Naannoo Giddugaleessa Itiyoophiyaa Obbo Indaashaawu Xaasawu…
Inisheetiviin Ministiroota Gaanfa Afrikaa 20ffaan gaggeeffame
Finfinnee, Ebla 11, 2016 (FBC)- Inisheetiivii Ministiroota Gaanfa Afrikaa 20ffaan dursummaa Ministira Maallaqaa Obbo Ahimad Shideen gaggeeffameera.
Waltajjiin marichaas walga’ii Baankii…
Naannoon Amaaraa Sirreeffamtoota seeraa kuma 1fi 460’f dhiifama taasise
Finfinnee, Ebla 11, 2016 (FBC)- Biiroon Haqaa Naannoo Amaaraa sirreeffamtoota seeraa kuma 1fi 460’f dhiifama taasisuu beeksise.
Hogganaan Biirichaa Obbo Birhaanuu Gooshim, Manni Maree…
Walharkaa fuudhiinsi konkolaattota elektirikii 150 taasifame
Finfinnee, Ebla 11, 2016 (FBC)-Dhaabbilee Bulchiinsaa Magaalaa Finfinneef walharkaa fuudhiinsi konkolaattota 150 gaggeeffameera.
Konkolaattota kanneen dhaabbilee Kutaalee magaalatti 11'f…
Obbo Adam Faaraah Ambaasaaddara Chaayina waliin mari’atan
Finfinnee, Ebla 11, 2016 (FBC)- Itti Aanaan Pireezidaantii Paartii Badhaadhinaa Obbo Adam Faaraah Itiyoophiyaatti Ambaasaddara Chaayinaa Zhiiwoo Zhiiwaan waliin mari’ataniiru.
Marii…
Bulchiinsa magaalichaatti hojii dhabeeyyii kuma 115 ol waldaan gurmeessuun carraan hojii uumamuufi…
Finfinnee, Ebla 11, 2016 (FBC) – Bulchiinsa magaala Shaggaritti hojii dhabeeyyii kuma 115 ol waldaalee kuma 7 fi 265 jalatti gurmeessuun carraan hojii uumamuufi ibsameera.
Hojii…
Teknooloojiin kenniinsa Ashaaraa Quba Harkaa fi Ijaan Waldaalee Lafa Mana jireenyaa fudhatan…
Finfinnee, Ebla 11, 2016 (FBC) – Bulchiinsa Magaalaa Shaggaritti Teknooloojiin kenniinsa Ashaaraa Quba Harkaa fi Ijaan Waldaalee Lafa Mana jireenyaa fudhatan galmeessu hojii eegaleera.…