Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Injifannoon Adwaa jaalaala, gamtaa fi walta’iinsa Ityoophiyaanotaan argame-M/M/I Tamasgeen Xurunaa
Finfinnee, Guraandhala 22, 2016 (FBC)- Injifannoon Adwaa jaalaala, gamtaa fi walta’iinsa Ityoophiyaanotaan kan argame ta’uu Ministira Muummee Ittaanaan Obbo Tamasgeen Xurunaan himan.…
Komiin qoodiinsa qabeenyaa fi wal amantaan dhabamuu naannolee gidduutti mul’atu furameera-Obbo…
Finfinnee, Guraandhala 22, 2016 (FBC)- Jijjirama hordofee komiin qoodiinsa qabeenyaa fi wal amantaan dhabamuu naannolee gidduutti mul’ataa ture furamuu Afyaa’iin Mana Maree Federeeshinii…
Finfinneetti kabaja Guyyaa Yaadannoo Injifannoo Adwaaf daandileen konkolaattotaaf cufaa ta’an…
Finfinnee, Guraandhala 22, 2016 (FBC)- Finfinneetti Guyyaa Yaadannoo Injifannoo Adwaa 128ffaa boru kabajamuu ilaalchisee daandilee konkolaattotaaf cufaa ta’an ifoomaniiru.
Guyyichi…
Hojiin olaantummaa seeraa mirkaneessuu haala guutuu ta’een gaggeeffamaa jira –Mootummaa Naannoo…
Finfinnee, Guraandhala 22, 2016 (FBC) – Mootummaa Naannoo Amaaraa hojii olaantummaa seeraa mirkaneessuu hojjetamaa jiru ilaalchisee ibsa kenneera.
Hojiin olaantummaa seeraa mirkaneessuu…
Filannoo waliigalaa irra deebii fi itti guutiinsaa marsaa 6ffaa gaggeessuuf sagantaan ifoome
Finfinnee, Guraandhala 22, 2016 (FBC)- Filannoo waliigalaa irraa deebii fi itti guutiinsaa marsaa 6ffaa raawwachiisuuf sagantaa ifoomsuu Boordiin Filannoo Biyyaalessaa beeksise.
Haaluma…
Gamtichi sagantaa hidhattoota duraanii deebisaanii dandamachiisuu raawwachiisuuf Yuuroo miiliyoona…
Finfinnee, Guraandhala 22, 2016 (FBC)-Gamtaan Awurooppaa sagantaa hidhattoota duraanii deebisaanii dandamachiisuu raawwachiisuuf Yuuroo miiliyoona 16 arjoome.
Sirna waliigaltee…
Fandiin Misoomaa Afrikaa Itiyoophiyaaf deeggarsa Doolaara miiliyoona 46 taasise
Finfinnee, Guraandhala 21, 2016 (FBC)-Boordiin Daayrektaroota Fandii Misoomaa Afrikaa Itiyoophiyaaf deeggarsa Doolaara miiliyoona 46 raggaasisuu beeksiseera.
Deeggarsichis Horsiisee…
Gabaa kaappitaalaa amanamummaan sochoosuuf waliigalteewwan mallatteeffaman
Finfinnee, Guraandhala 21, 2016 (FBC)- Bu’uuraalee misoomaa Gabaa kaappitaalaa cimsuu, iftoominaa fi dandeettii teeknooloojii Abbaan Taayitaa Gabaa Kaappitaalaa Itiyoophyaa gabbisuuf…
Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaan Gita isaanii Keeniyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 21, 2016 (FBC)- Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Raayyaa Ittisa Biyyaa Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaan Keeniyaatti daawwannaa taasisaniiru.
Daawwannaa isaaniin…
MM Dooktar Abiy Ahimad Taanzaaniyaa Daaresalaam Galan
Finfinnee, Guraandhala 21, 2016 (FBC)-Ministirrii Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad daawwannaaf Taanzaaniyaa Daaresalaam galaniiru.
#Oromiyaa #Itiyoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa…