Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Gabaa kaappitaalaa amanamummaan sochoosuuf waliigalteewwan mallatteeffaman
Finfinnee, Guraandhala 21, 2016 (FBC)- Bu’uuraalee misoomaa Gabaa kaappitaalaa cimsuu, iftoominaa fi dandeettii teeknooloojii Abbaan Taayitaa Gabaa Kaappitaalaa Itiyoophyaa gabbisuuf…
Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaan Gita isaanii Keeniyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 21, 2016 (FBC)- Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Raayyaa Ittisa Biyyaa Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaan Keeniyaatti daawwannaa taasisaniiru.
Daawwannaa isaaniin…
MM Dooktar Abiy Ahimad Taanzaaniyaa Daaresalaam Galan
Finfinnee, Guraandhala 21, 2016 (FBC)-Ministirrii Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad daawwannaaf Taanzaaniyaa Daaresalaam galaniiru.
#Oromiyaa #Itiyoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa…
MM Dooktar Abiy Ahimad daawwannaa Keeniyaatti taasisan xumuran
Finfinnee, Guraandhala 21, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadii fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon guyyoota lamaaf daawwannaa hojii keeniyaatti taasisaa turan…
Jigjigaatti Mana Barnootaa Bultii Addaa Sadarkaa 2ffaa ijaaruuf dhagaan bu’uuraa kaa’ame
Finfinnee, Guraandhala 21, 2016 (FBC)- Naannoo Somaalee Magaalaa Jigjigaatti Mana Barnootaa Bultii Addaa Sadarkaa 2ffaa ijaaruuf dhagaan bu’uuraa kaa’ame.
Sirna dhagaa bu’uuraa kaa’uu…
Himatamaan lakkoofsa iccitii namoota dhuunfaa fudhachuun maallaqa waliin dhahe hidhaa cimaan adabame
Finfinnee, Guraandhala 21, 2016 (FBC) – Himatamaan Siistama baankiin sirreessa jechuun lakkoofsa iccitii namoota dhuunfaa fudhachuun maallaqa waliin dhahe hidhaa cimaa fi maallaqaa…
Agarsiisni Torbee Dippiloomaasii Itiyoophiyaa lammiilee kuma 250 oliin daawwatameera-MDHA
Finfinnee, Guraandhala 21, 2016 (FBC)- Agarsisni “Torbee Dippiloomaasii Itiyoophiyaa lammiilee kuma 250 oliin daawwatamuu Ministeerri Dhimma Alaa beeksise.
Ministir Deetaan Ministeera…
Itiyoophiyaa fi Keeniyaan nageenyaa fi tasgabbii naannawaa mirkaneesuurratti mari’ataniiru-Dooktar…
Finfinnee, Guraandhala 21, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaa fi Keeniyaan nageenyaa fi tasgabbii naannawaa haala mirkaneessuun danda’amurratti mari’achuu Ministrri Tajaajila Kominikeeshinii Mootummaa…
Hariiroo Itiyoophiyaa fi Keeniyaa caalmaatti cimsuuf hojjetamaa jira – Ambaasaaddar Baacaa Dabalee
Finfinnee, Guraandhala 21, 2016 (FBC) – Hariiroo Itiyoophiyaa fi Keeniyaa caalmaatti cimsuuf hojjetamaa jiraachuu Keeniyaatti Ambaasaaddarri Itiyoophiyaa Ambaasaaddar Baacaa Dabaleen ibsan.…
Guyyaan Yaadannoo Injifannoo Adwaa waggaan 128ffaan karaa nagaan akka kabajamu qophiin xumurame –…
Finfinnee, Guraandhala 21, 2016 (FBC) – Guyyaan Yaadannoo Injifannoo Adwaa waggaan 128ffaan karaa nagaan akka kabajamu qophiin xumuramuun hojiitti galamuu Humni Waloo Tikaa fi Nageenyaa…