Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ameerikaan qoqqobbii dabalataan Iraan irra kaa’uufi
Finfinnee, Ebla 9, 2016 (FBC)- Ameerikaan guyyoottan ittaanaan keessatti qoqqobbii dabalataa Iraan irra akka keessuu ibsite.
Gorsaan Dhimma Nageenya Biyyaalessaa Ameerikaa Jeek Suliivaan…
Yaa’iin Ejensii Anniisaa Haareffamaa Abu Daabiitti gaggeeffamu eegale
Finfinnee, Ebla 9, 2016 (FBC)- Yaa’iin Ejensii Anniisaa Haareffamaa Gamtaa Emereetota Arabaa Magaalaa Abu Daabiitti gaggeeffamuu eegaleera.
Yaa’iicharratti Ministirri Ministeera Bishaanii…
Shaggaritti Yakkaa Gowwoomsaa cimaan barbaadamaa kan ture Boongaatti to’atame
Finfinnee, Ebla 9, 2016 (FBC)- Bulchiinsa Magaalaa Shaggaritti yakka gowwoomsaa cimaan himatamuun barbaadamaa kan ture to’annoo jala oolchuu Komishiniin Poolisii Naannoo Ummatoota Kibba…
Giddugalli Daataa “Wing Africa”n Itiyoophiyaatti ijaarsise ulaagaa Idil Addunyaa guutuun waraqaa…
Finfinnee, Ebla 9, 2016 (FBC)- Giddugalli Daataa “Wing Africa”n baasii Doolaaraa miiliyoona 50’n Itiyoophiyaatti ijaarsise ulaagaa madaallii idil addunyaa guutuun waraqaa ragaa argateera.…
Maallaqa seeraan ala fudhataman %95 deebisiisuu Baankichi beeksise
Finfinnee, Ebla 9, 2016 (FBC)- Maallaqa seeraan ala fudhataman %95 deebisiisuu Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa beeksise.
Rakkoo siistamaa Bitootessaa 7, 2016 mudateen Birrii Miiliyoona 801…
Obbo Ahimad Shiideen hooggantuu IMF waliin mari’atan
Finfinnee, Ebla 8, 2016 (FBC) - Ministirri Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad Shiideen Hooggantuu Dhaabbata Fandii Maallaqaa Addunyaa Kiristaaliinaa Joorjeevaa waliin mari'ataniiru.…
Deeggarsa namoomaaf kan oolu Doolaarri miiliyoonni 630 dhaabbilee tumsitoota misoomaarraa walitti…
Finfinnee, Ebla 8, 2016 (FBC) - Deeggarsa namoomaaf kan oolu Doolaarri miiliyoonni 630 dhaabbilee tumsitoota misoomaa Idil Addunyaarraa walitti qabamuu Ministirri Ministeera Dhimma Alaa…
Hanga ammaatti lafa hektaara miiliyoona1.9 irraa oomishni Qamadii Jallisii Bonee walitti qabame…
Finfinnee, Ebla 8, 2016 (FBC) -Hanga ammaatti lafa hektaara miiliyoona1.9 irraa oomishni Qamadii Jallisii Bonee kuntaalli miiliyoonni 68 fi kumni 617 ol argamuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa ibse.…
Galma damee qonnaa guutumatti ceesisuuf dhimmoonni akka itti fufiinsaa, saffisaa, baay’inaafi…
Finfinnee, Ebla 8, 2016 (FBC) -Galma damee qonnaa guutumatti ceesisuuf dhimmoonni akka itti fufiinsaa, saffisaa, baay’inaafi qulqullina ijoo ta'uu Pireezidaantiin naannoo Oromiyaa Shimallis…
Aadde Adaanach Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Ameerikaa waliin mari’atan
Finfinnee, Ebla 8, 2016 (FBC) - Kaantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Ameerikaa Erviin Joozee Maasingaa dhimmoota waloorratti mari'ataniiru.…