Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Jilli Naayjeeriyaarraa dhufe Godina Shawaa Kaabaatti Hojiilee Misooma Qamadii Jallisii Bonee…
Finfinnee, Ebla 8, 2016 (FBC) - Jilli Naayjeeriyaarraa dhufe Godina Shawaa Kaabaa Aanaalee Qimbibiitii fi Abbichuu fi Nya'aatti Hojiilee Misooma Qamadii Jallisii Bonee daawwachuun muuxannoo…
Magaalichatti baatiwwan salgan darban galiin Birriin biiliyoonni 108 walitti qabame
Finfinnee, Ebla 8, 2016 (FBC) - Magaalaa Finfinneetti baatiwwan salgan darban galiin Birriin biiliyoonni 108 walitti qabamuu Biiroon Galiiwwanii magaalichaa beeksise.
Biirichi baatiwwan…
Godina Arsiitti Omishaalee bu’aa indaastirii qulqullinaafi gatii madaalawaan dhiyeesuuf…
Finfinnee, Ebla 8, 2016 (FBC) – Godina Arsiitti Omishaalee bu'aa indaastirii qulqullinaafi gatii madaalawaan dhiyeessuuf hojjatamaa jiraachuu ibsameera.
Mariin tajaajila…
Sirni Awwaalcha Dooktar Ambaasaaddar Asmaamawu Qalamuu raawwate
Finfinnee, Ebla 8, 2016 (FBC) – Sirni Awwaalcha Dooktar Ambaasaaddar Asmaamawu Qalamuu raawwatameera.
Damee odeeffannoo fi nageenyaa Itiyoophiyaa fi dhaabbiilee garaagaraa keessatti…
Itiyoophiyaa fi Jibutiin odeeffannoo Immigireeshinii waljijjiiruu fi tumsa to’annoo daangaa qaban…
Finfinnee, Ebla 8, 2016 (FBC) – Itiyoophiyaa fi Jibutiin odeeffannoo Immigireeshinii waljijjiiruu fi tumsa to’annoo daangaa qaban caalmaatti guddisuuf waliigalaniiru.…
Hambaa fi duudhaan Hawaasa Hararii qabeenya daangaa cee’aa ta’eera – Obbo Qajeelaa Mardaasaa
Finfinnee, Ebla 8, 2016 (FBC) – Ayyaanni Iid Shawaal marii paanaalii fi sagantaalee adda addaan kabajameera.
Hawaasa naannoo Hararii sirna miidhagaa ayyaana Iid Shawaal…
Daandiwwn sababa misooma Koriidariin cufamanii turan banaman
Finfinnee, Ebla 8, 2016 (FBC) – Daandiwwn sababa misooma Koriidariin tajaajila tiraafikaaf cufamanii turan banamuu Poolisiin Magaalaa Finfinnee beeksiise.
Haaluma kanaan:-…
Obbo Geetuun Godina Baaleetti facaasaa qonna Arfaasaa eegalchiisan
Finfinnee, Ebla 8, 2016 (FBC) –Jilli Hogganaa Biiroo Qonna Oromiyaa Obbo Geetuu Gammachuun durfamuu Godina Baalee Aanaa Sinaannatti facaasaa qonna Arfaasaa eegalchiiseera.…
Olaantummaa seeraa mirkaneessuuf hojiin eegalame cimee itti fufa – Obbo Awwaluu Abdii
Finfinnee, Ebla 8, 2016 (FBC) – Olaantummaa seeraa mirkaneessuuf hojiin eegalame cimee kan itti fufu ta’uu Pireezidaantii Itti Aanaan naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdiin ibsan.…
Godina Kafaatti Balaa Tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 5 darbe
Finfinnee, Ebla 8, 2016 (FBC) – Naannoo Ummattoota Kibba Lixaa Itiyoophiyaa Godina Kafaa Aanaa Canaatti Balaa Tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 5 darbe.
Konkolaataan deddeebisa…