Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Godinichaatti miseensonni Shanee 32 harka yoo kennatan 17 booji’amuun ibsame
Finfinnee, Ebla 6, 2016 (FBC)-Godina Horroo Guduruu Wallaggaa Aanaa Jaardagaa Jaarteetti hojii nageenya mirkaneessuuf humni waloo qindoominaan hojjechaa jiruun garee Shororkeessaa…
Komishinichi hirmaattoota marii biyyaaleessaa irratti hawaasa naannoo bakka bu’an kilaastera…
Finfinnee, Ebla 5, 2016 (FBC) - Komishiniin Marii Biiyyaaleessaa hirmaattoota marii biyyaaleessaa irratti hawaasa naannoo bakka bu'an kilaastera Shaashamanee filannoo gaggeesse.…
Naannichatti hoggantoonni 14 fi namni dhuunfaan 1 to’annoo jala oolan
Finfinnee, Ebla 5, 2016 (FBC) - Naannoo Gaambeetti hoggantoonni 14 fi namni dhuunfaan 1 to'annoo seeraa jala ooluu ibsameera.
Rakkoo nageenyaa aanaa addaa Joornaa fi Itaangitti mudateen…
Bamlaak Biyaadigilinyii Dorgommii Moo’aa Moo’attootaa Faanaa Laamroot 4ffaa injifate
Finfinnee, Ebla 5, 2016 (FBC) - Bamlaak Biyaadigilinyii Dorgommii Moo'aa Moo'attootaa Faanaa Laamroot 4ffaa injifate.
Torbeewwan 12 darbaniif dorgomtoota 16 gidduutti gaggeeffamaa kan…
Godinichatti miseensonni Shanee 569 waamicha nagaa taasifameef fudhachuun mootummaatti harka…
Finfinnee, Ebla 5, 2016 (FBC) - Godina Shawaa Bahaatti miseensonni Shanee 569 waamicha nagaa taasifameef fudhachuun mootummaatti harka kennatan.
Miseensonni Shanee kunneen dararaa uummata…
Faanaa Laamroot akkaataa Aartii fi Feestivaala Aadaa biyyaalessaaf bu’uura ta’uu…
Finfinnee, Ebla 5, 2016 (FBC) - Faanaa Laamroot akkaataa Aartii fi Feestivaala Aadaa biyyaalessaaf bu'uura ta'uu danda'uun hojjetamaa jiraachuu Hojii Raawwachiisaa Olaanaan Faanaa…
Aanaa Dodolaatti balaa Tiraafikaa muudateen lubbuun namoota 15 darbe
Finfinnee, Ebla 5, 2016 (FBC) - Godina Arsii Lixaa Aanaa Dodolaatti balaa Tiraafikaa muudateen lubbuun namoota 15 darbuu ibsame.
Konkolaataan daddeebisa ummataa konkolaataa fe'uumsaa…
Ministeerri Qonnaa tarsiimoowwan 3 ifoomse
Finfinnee, Ebla 5, 2016 (FBC) – Ministeerri Qonnaa tarsiimoowwan haaraa 3 ifoomseera.
Tarsiimoo nageenyaa fi qulqullina nyaataa, bulchiinsa oomishaa duraa fi sirna nyaataa ifoomsuu…
Yuunivarsiitiin Jimmaa Barattoota Muummee garaagaraan barsiisaa ture 778 eebbisise
Finfinnee, Ebla 5, 2016 (FBC) – Yuunivarsiitiin Jimmaa Barattoota Muummee garaagaraan barsiisaa ture 778 eebbisiseera.
Yuunivarsiitichi har’a barattoota 26 digrii 3ffaan ,…
Aadde Adaanach hojiilee misooma qindaa’aa Gullallee eebbisiisuun hojii eegalchiisan
Finfinnee, Ebla 5, 2016 (FBC) – Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen hojiilee misooma qindaa’aa Gullallee eebbisiisuun hojii eegalchiisaniiru.
Aadde Adaanach…