Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ambootti balaa ibiddaan qabeenyi Birrii miiliyoona 3.6 oliitti tilmaamamu manca’e
Finfinnee, Ebla 7, 2016 (FBC)- Magaalaa Ambootti balaa ibiiddaa mudateen qabeenyi Birrii miiliyoona 3.6oliitti tilmaamamu manca’uun ibsame.
Balichis manneen daldalaa Magaalicha Ganda…
Zooniin Dinagdee Addaa Gadaa Koorporeeshinicha waliin muxannoo waljijjire
Finfinnee, Ebla 7, 2016 (FBC)-Zooniin Dinaagdee Adda Gadaa Korpooreshinii Misooma Paarkiiwwan Indaastirii waliin muxannoo waljijjire.
Korpooreshinii Paarkii Indaastiriiwwanitti fi…
Pireezidaanti Saahiwarqi Ambaasaaddaraa Veenezhiwala gaggeessan
Finfinnee, Ebla 7, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin FDRI Saahilwarqi Zawdeen Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Veenzuweelaa kan turan Ambaasaaddar Modeestoo Ruuwiz Espinoozaab…
Koomishinii Marii Biyyaalessaaf deeggarsi konkolaattota 12 taasifame
Finfinnee, Ebla 7, 2016 (FBC)-Koomishiniin Mari Biyyaalessaa adeemsa marii biyyaalessaa gaggeessaa jiru tumsuuf Mootummaan Jaapaan deeggarsa konkolaattota 12 taasiseera.
Marii…
Yaa’iin Dhaabbilee Amantaa Idil-addunyaa 2ffaan gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Ebla 7, 2016 (FBC) – Yaa'iin Dhaabbilee Amantaa Idil-addunyaa 2ffaan magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira.
Yaa'icha irratti abbootiin…
Dooktar Ambaasaaddar Asmaamawu Qalamuu Boqotan
Finfinnee, Ebla 6, 2016 (FBC)- Guddina damee odeeffannoo fi nageenyaa Itiyoophiyaa keessatti gumaacha olaanaa kan bahatan Dooktar Ambaasaddar Asmaamawu Qalamuu Addunyaa kanarraa du’aan…
Koonfiraansiin Misoomaa fi Nageenyaa Godina Arsiitti gaggeeffame
Finfinnee, Ebla 6, 2016 (FBC)- Koonfiraansiin misoomaa fi nageenyaa bakka buutota hawaasaa Aanalee Godina Arsii shanii fi magaalota Godinicha hirmaachise Magaalaa Itayyaatti gaggeeffameera.…
Keellaa Fayyaa 250 Birrii biiliyoona 3’n sadarkaa dhaloota 2ffaatti guddisaa jirra-Pir. Shimallis…
Finfinnee, Ebla 6, 2016 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti Keellaa Fayyaa 250 Baasii Birrii biiliyoona 3’tti dhiyaatuun gara sadarkaa dhaloota 2ffaatti guddisaa jiraachuu Pireezidaantiin Naannichaa…
Jilli Afyaa’ii Caffee Aadde Sa’aadaan durfamu Shaggaritti hojiilee misoomaa daawwate
Finfinnee, Ebla 6, 2016 (FBC)- Jilli Afyaa’ii Caffee Aadde Sa’aadaa Abdurrahmaaniin durfamuu Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Furiitti, hojiilee misoomaa daawwataniiru.
Daawwanaa isaaniin…
Israa’eel dirooniiwwanii fi misaa’ela 300 ol garasheetti Iraanirra furguggifaman…
Finfinnee, Ebla 6, 2016 (FBC)-Israa'eel diroonii fi misaa'ela 300 ol garasheetti Iraanirra furguggifaman fashaleessuu beeksiste.
Israa'elirratti haleellaan gaggeeffamuu fi Kaampiin…