Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dameewwan hundaan adeemsi raayyaa ijaaruu cimee itti fufa-F/M Birhaanuu Juulaa
Finfinnee, Ebla 4, 2016 (FBC)- Hojiin Gurmaa’ina, beekumsaa fi teeknooloojiin Raayyaa Ittisa Biyyaa ijaaruu cimee kan itti fufu ta’u Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Raayyaa Ittisa Biyyaa…
Hanqina nyaataa fi sirna nyaataa hir’isuuf hojjetamaa jiraachuun eerame
Finfinnee, Ebla 4, 2016 (FBC)-Damee qonnaan oomishtummaa guddisuuf tattaaffiiwwan taasifaman cinaatti misoomni gaggeeffamu sirna nyaataarratti kan xiyyeeffate akka ta’uuf hojjetamaa…
Dorgommiin moo’aa moo’attootaa Dorgaa Dorgee Faanaa Laamroot 4ffaan boru xumurama
Finfinnee, Ebla 4, 2016 (FBC) – Dorgommiin moo’aa moo’attootaa Dorgaa Dorgee Faanaa Laamroot 4ffaan boru xumurama.
Torbeewwan 12 darbaniif dorgomtoota 16 gidduutti gaggeeffamaa kan…
Tarminaallii fi bakki turtii tajaajilamtootaa Yaadannoo Injifannoo Adwaa tajaajila ummataaf banaa…
Finfinnee, Ebla 4, 2016 (FBC) – Tarminaallii Awutoobisii fi bakki turtii tajaajilamtootaa Yaadannoo Injifannoo Adwaa tajaajila ummataaf banaa ta’uu Kantiibaan magaalaa Finfinnee Aadde…
Humni Qilleensaa leenjitoota Daandii Qillenssaa “Vision 2035”eebbisiise
Finfinnee, Ebla 4, 2016 (FBC)-Humni Qilleensaa Itiyoophiyaa yeroo jalqabaaf leenjitoota Daandii Qilleensaa “Vision 2035” jedhaman eebbisiise.
Humni Qilleensaa Itiyoophiyaa Daandii…
Duulli olaantummaa seeraa kabachiisuu Oromiyaatti gaggeeffamaa jiru haala nageenyaa…
Finfinnee, Ebla 4, 2016 (FBC)- Duulli olaantummaa seeraa kabachiisuu Oromiyaatti gaggeeffamaa jiru haala nageenyaa naannichaa fooyyessuu Itti Gaafatamaan Damee Ijaarsa Dandeettii Siyaasaa…
Waliigalteen Hojiirra Oolmaa Sulula Yaa’a Laga Abbayyaa mallatteeffame
Finfinnee, Ebla 3, 2016 (FBC)- Waliigalteen Hojiirra Oolmaa Sulula Yaa’a Laga Abbayyaa mallatteeffameera.
Waliigaltichis Biirolee Pilaanii fi Misoomaa Naannolee Oromiyaa, Amaaraa fi…
MM Dooktar Abiy Ahimad agarsiisa “Startup Ethiopia” daawwatan
Finfinnee, Ebla 3, 2016 (FBC)-Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad agarsiisa “Startup Ethiopia” daawwataniiru.
Dooktar Abiy gama miidiyaa hawaasumma isaaniin akka ibsanitti,…
Finfinneen qaama kamuu kan hin dhiibne magaala guddoo hunda keenyatti – Aadde Adaanach Abeebee
Finfinnee, Ebla 3, 2016 (FBC) – Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen jiraattoota sababa misooma Koriidariin kaafamanii manni jireenyaa haaraan kennameef daawwataniiru.…
Godinichatti Ruuzii Kuntaala miliyoona 3.2 ol walitti qabame
Finfinnee, Ebla 3, 2016 (FBC)- Qonna Gannaa fi Bonaan Ruuzii lafa hektaara kuma 95 fi 242irra misoomerraa omishni kuntaala miliyoona 3.2 ol walitti qabamu Waajjirri Qonnaa Godina Qellem…