Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Asallaatti Mana Barumsaa Bultii Adda Birrii miiliyoona 168’n ijaaramuuf dhagaan bu’uuraa…
Finfinnee, Guraandhala 14, 2016 (FBC)-Bulchiinsa Magaalaa Asallaatti Bana Barumsaa Bultii Addaa miiliyoona 168’n ijaaramuuf dhagaan bu’uuraa ka’ame.
Sirnicharratti Ministirri Ministeera…
Waltajjiin sosochii liigii dubartootaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Guraandhala 14, 2016 (FBC)- Waltajji sosochii liigii Dubartoota Paartii Badhaadhina mata duree "Nageenya Itiyoophiyaa nan eega, Ijoollee kiyya Mindaa nan dhaalchisa” jedhuun…
Hariiroon alaa fi dippiloomaasiin Itiyoophiyaa milkaa’ina argisiisaa jira-Amb. Mallas Alam
Finfinnee, Guraandhala 14, 2016 (FBC)-Hariioon alaa fi hojiileen dippiloomaasiin Itiyoophiyaa milkaa’ina argisiisaa jiraachuu Ministeerri Dhimma Alaa beeksise.
Dubbii Himaan…
Konfireensiin tumsa diinagdee naannolee Afaar, Amaaraa fi Tigraay cimsuurratti xiyyeeffate…
Finfinnee, Guraandhala 14, 2016 (FBC) – Konfireensiin tumsa diinagdee naannolee Afaar, Amaaraa fi Tigraay cimsuurratti xiyyeeffate Magaalaa Samaraatti gaggeeffamaa jira.
Bakka buutoonni…
Seera kabachiistota fakkaachuun kanneen yakka raawwatan hidhaa cimaa hanga waggaa 25’n akka adabaman…
Finfinnee, Guraandhala 14, 2016 (FBC)- Gurmaa’uun seera kabachiistota fakkaachuun meeshalee waraanaa fayyadamuun namoonni yakka saamichaa raawwatan hidhaa cimaa hanga waggaa 25’n akka…
Manni Maree Naannoo Hararii Yaa’ii Idilee 5ffaa gaggeessuu eegale
Finfinnee, Guraandhala 14, 2016 (FBC) – Manni Maree Naannoo Hararii Yaa’ii Idilee 5ffaa waggaa 3ffaa marsaa 6ffaa gaggeessuu eegaleera.
Manni marichaa yaa'ii idilee gaggeeffamuun qaboo…
Magaalaa Finfinneetti hojiileen qaala’iinsa jireenyaa sadarkaa olaanaan hir’isan…
Finfinnee, Guraandhala 14, 2016 (FBC)- Gamaaggamni raawwii baatiiwwan 7’n darbanii Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee gaggeeffamaa ture xumurameera.
Gamaaggamicharratti sadarka hojiileen…
Galmoonni Mootumma Jijjiiramaa ummata Oromoo aadaafi duudhaa isaatti deebisuudha – Pir.…
Finfinnee, Guraandhala 13, 2016 (FBC) – Galmoonni Mootumma Jijjiiramaa ummata Oromoo aadaafi duudhaa isaatti deebisuu ta'uu Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis…
Pireezidaantiin duraanii Laayibeeriyaa Eelan Joosan Sarliif Yaadannoo Injifannoo Adwaa daawwatan
Finfinnee, Guraandhala 13, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin duraanii Laayibeeriyaa Eelan Joosan Sarliif Gola Hambaa Yaadannoo Injifannoo Adwaa daawwataniiru.
Kantiibaan Magaalaa Finfinnee…
Bulchiinsi Magaalaa Shaggar manneen barnootaa 27’f Koompiyuutaroota raabse
Finfinnee, Guraandhala 13, 2016 (FBC) – Bulchiinsi Magaalaa Shaggar Manneen barnootaa sadarkaa 2ffaa 27'f Koompiyuutaroota 125 raabsuu beeksise.
Deeggarsi taasiifame kun hanqina…