Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Bulchiinsi Magaalaa Shaggar manneen barnootaa 27’f Koompiyuutaroota raabse
Finfinnee, Guraandhala 13, 2016 (FBC) – Bulchiinsi Magaalaa Shaggar Manneen barnootaa sadarkaa 2ffaa 27'f Koompiyuutaroota 125 raabsuu beeksise.
Deeggarsi taasiifame kun hanqina…
Shakkamtoonni maallaqa karaa seeraan alaa sharafanii fi kuusan to’ataman
Finfinnee, Guraandhala 13, 2016 (FBC) – Shakkamtoonni maallaqa karaa seeraan alaa sharafanii fi kuusan 23 to’atamuu Poolisiin Magaalaa Finfinnee beeksiise.
Namoonni kunneen Magaalaa…
Fooramiin magaalota Itiyoophiyaa 9ffaan gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Guraandhala 13, 2016 (FBC) – Fooramiin magaalota Itiyoophiyaa 9ffaan Magaalaa Walaayittaa Sooddootti gaggeeffamaa jira.
Fooramichi mata duree ‘Magaalota Itiyoophiyaa badhaate’…
Fooramiin magaalota Itiyoophiyaa 9ffaan gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Guraandhala 13, 2016 (FBC) – Fooramiin magaalota Itiyoophiyaa 9ffaan Magaalaa Walaayittaa Sooddootti gaggeeffamaa jira.
Fooramichi mata duree ‘Magaalota Itiyoophiyaa badhaate’…
Itiyoophiyaa fi Keeniyaan dame garaagraaan waloon hojjechuuf waliigaltee mallatteessan
Finfinnee, Guraandhala 13, 2016 (FBC) –Itiyoophiyaa fi Keeniyaan dame siyaasaafi nageenyaa dabalatee damee garaagaraan waloon hojjechuuf waliigaltee mallatteessaaniiru.
Waliigalticha…
Abbootii gadaa fi Haadholii siinqee dabalatee kutaaleen hawaasaa naannoo Oromiyaarraa dhufan…
Finfinnee, Guraandhala 13, 2016 (FBC) – Abbootii gadaa fi Haadholii siinqee dabalatee kutaaleen hawaasaa naannoo Godinaalee Oromiyaarraa dhufan Gola Hambaa Yaadannoo Injifannoo Adwaa…
Pireezidaanti Shimallis ardaa jilaa Me’ee Bokkoo misoomuuf waadaa galan
Finfinnee, Guraandhala 13, 2016 (FBC) – Ardaa jilaa Me'ee Bokkootti sirna wal harkaa fuudhinsa baallii gadaa Oromoo Gujii 75ffaan gaggeeffameera.
Pireezidaantii mootummaa naannoo Oromiyaa…
Itiyoophiyaa fi Joordaan eegumsaa hambaalee fi Damee Turiizimiin waliin hojjechuuf waliigalaniiru
Finfinnee, Guraandhala 13, 2016 (FBC) - Ministirri Ministeeera Turizimii Ambaasaaddar Naasisee Caaliin Ministira Tuurizimii Yoordanoos Makraam Musxafaa waliin dhimmoota waloon hojjechuu…
Komishinichi naannoo Oromiyaatti bakka buutoota ummataa adeemsa ajandaa walitti qabuurratti…
Finfinnee, Guraandhala 13, 2016 (FBC) – Komishiniin Maree Biyyaalessaa naannoo Oromiyaatti bakka buutoota ummataa adeemsa ajandaa walitti qabuurratti hirmaatan filachaa jiraachuu ibsameera.…
Jaarsoo Dhugoon Abbaa Gadaa 75ffaa Gujii ta’uun baallii fudhatan
Finfinnee, Guraandhala 13, 2016 (FBC) – Sirna Walharkaa fuudhiinsa baallii har’a Me’ee Bokkootti gaggeeffameen Jaarsoo Dhugoon Abbaa Gadaa 75ffaa Gujii ta'uun baallii fudhataniiru.
Abbaan…