Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Boordichi hojiilee yeroo itti aanu raawwataman ilaalchisee ajaja waliigalaa waliin mari’ate
Finfinnee, Guraandhala 13, 2016 (FBC) – Boordiin Qorannoo Raawwii labsii yeroo ariifachiisaa naannoo Amaaraa hojiilee yeroo itti aanu raawwataman ilaalchisee ajaja waliigalaa waliin…
Biyyoo gabbataa, qilleensa gaarii, Bishaan gahaa osoo qabnu biyyoonni akka keenyaa haala mijataa hin…
Filannoon namaa misooma, jijjiirama yoo ta’e biyyoo gabbataa, qilleensa gaarii, Bishaan gahaa osoo qabnu biyyoonni akka keenyaa haala mijataa hin qabne oomishanii of danda’aniiru.…
Sirni dabarsa baallii Oromoo Gujii 75ffaan gaggeeffame
Finfinnee, Guraandhala 13, 2016 (FBC) - Me'ee Bokkotti lallabarra kan ture sirni dabarsa baallii Oromo Gujii 75ffaan har’a gadaa Harmuufaarra gara gadaa Roobaleetti darbeera.
Abbootiin…
Manni Maree Naannoo Amaaraa Yaa’ii Idilee gaggeessuu eegale
Finfinnee, Guraandhala 13, 2016 (FBC) - Manni Maree Naannoo Amaaraa Yaa'ii Idilee 7ffaa, bara hojii 3ffaa waggaa 6ffaa gaggeessuu eegaleera.
Yaa'ichaan gabaasni raawwii hojii baatiiwwan…
Humni Waloo Yaa’ii Gamtaa Afrikaa ilaalchisee gamaaggama waliigalaa taasise
Finfinnee, Guraandhala 12, 2016 (FBC)- Humni Waloo Tikaa fi Nageenya Biyyaalessaa Yaa’ii Gamtaa Afrikaa 37ffaa fi Walga’ii Mana Maree Raawwachiistotaa 44ffaa ilaalchisuun gamaaggama…
Koorporeeshiniin Manneen Federaalaa fi Inistitiyuutiin Leenjii Teekinikaa fi Ogummaa waliin…
Finfinnee, Guraandhala 12, 2016 (FBC)- Koorporeeshiniin Manneen Federaalaa fi Inistitiyuutiin Leenjii Teekinikaa fi Ogummaa waliin hojjechuuf waliigaltee mallatteessaniiru.
…
Mariin Paanaalii Sirna walharkaa fuudhiinsa Baallii Gadaa Gujii gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Guraandhala 12, 2016 (FBC)- Sirna Walharkaa fuudhinsa Baallii Gadaa Oromoo Gujii 75ffaa boru gaggeeffamu sababeeffachuun mariin paanaalii gaggeeffamee jira.
…
Yaa’iin dhaabbilee mootummaa magaalotaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Guraandhala 12, 2016 (FBC)- Yaa’iin dhaabbilee mootummaa magaalotaa 9ffaan Naannoo Kibba Itiyoophiyaa Magaalaa Walaayittaa Sooddootti gaggeeffamaa jira.
Yaa’ichaan…
Har’as fuuldurattis Itiyoophiyaan wareegamaan cimtee ni jiraatti-TKM
Finfinnee, Guraandhala 12, 2016 (FBC)-Har’as fuuldurattis Itiyoophiyaan wareegamaan cimtee ni jiraatti jechuun Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa ibse.
Tajaajilichi ibsa…
Yakkamaan Haadha warraa isaa ajjeesse hidhaa cimaa waggaa 21’n akka adabamu itti murtaa’e
Finfinnee, Guraandhala 12, 2016 (FBC)-Dhiira biraa walii hariiroo qabda jechuun hinaaffaan kaka’uun yakkamaan haadha warraa isaa ajjeesse hidhaa cimaa waggaa 21’n akka adabamu itti…