Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ayyaanni Iid Alfaxiir nagaan akka kabajamuuf qophii xumuruun hojiitti seeneera-Humnicha waloo
Finfinnee, Ebla 1, 2016 (FBC)- Ayyaanni Iid Alfaxiir nagaan akka kabajamuuf qophii xumuruun hojiitti seenuu Humni Waloo Tikaa fi Nageenya Biyyaalessaa beeksise.
Humnichi waloo Ayyaanaa…
Hanga ammaatti lafa hektaara kuma 617’rraa midhaan facaafameera-BQO
Finfinnee, Ebla 1, 2016 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti Qonna Arfaasaan hanga ammaatti lafa hektaara kuma 617’rraa midhaan facaafamuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksise.
Qonna Arfaasaa baranaan…
Jilli Ambaasaaddar Burtukaaniin durfamu Saa’ud Arabiyyaatti buufata tursaa lammiilee…
Finfinnee, Bitootessa 30, 2016 (FBC) - Jilli Ministir Deetaa Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Burtukaan Ayyaanoon durfamu Saa'ud Arabiyyaatti buufata tursaa lammiileen Itiyoophiyaa…
Hayyuun biyya jaalatu dhaabbata ceesisuun biyya ijaara – Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaa
Finfinnee, Bitootessa 30, 2016 (FBC) - Hayyuun biyya jaalatu dhaabbata ceesisuun biyya ijaara jedhan Itaamaajooriin Waliigalaa Humna Waraanaa Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaan.…
Godinichaatti pirojektoonni hojjetamaa jiran hooggantoota mootummaa Federaalaafi Naannoon dawwataman
Finfinnee, Bitootessa 30, 2016 (FBC) - Piroojektootni Godina Qellem Wallaggaatti hojjetamaa jiran hooggantoota mootummaa Federaalaafi Naannoon dawwatamaniiru.
Piroojektotni Jallisifi…
Itiyoophiyaa fi Neezarlaandi tumsa damee Daldalaa fi Invastimantii caalmaatti cimsuuf ta’uu…
Finfinnee, Bitootessa 30, 2016 (FBC) - Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen Ministira Alaa Neezarlaandi Hankee Birnas waliin mari'ataniiru.
Dhimmoota…
Naannichatti hoggantoonni itti gaafatamummaa isaanii sirnaan hin baane 4 aangorraa kaafaman
Finfinnee, Bitootessa 30, 2016 (FBC) - Naannoo Gaambeellaatti Rakkoo Nageenyaa tibbana mudateen walqabatee hoggantoonni itti gaafatamummaa mootummaa fi Paartii itti kenname sirnaan hin baane…
Ayyaanni Iid Al Faxir waggaa 1445ffaan Roobii kabajama jedhame
Finfinnee, Bitootessa 30, 2016 (FBC) - Ayyaanni Iid Al Faxir waggaa 1445ffaan Roobii kan kabajamu ta'uu ibsameera.
Har'a Addeessi osoo hin bahiin hafuu hordofee ayyaanichi Roobii dhufu…
Sadarkaa ijaarsa pirojektii jallisii Laga Qexoo daawwatame
Finfinnee, Bitootessa 30, 2016 (FBC)- Godina Qellem Wallaggaatti sadarkaa raawwii Pirojektii Jallisii Laga Qexoo Birrii Biiliyoona 1.5 oliin ijaaramaa jiru koree sadarkaa Federaalaafi…
Obbo Malaakuu Allebal Komishinara Komishinii Daldalaa fi Indaastirii Gamtaa Afrikaa waliin mari’atan
Finfinnee, Bitootessa 30, 2016 (FBC) – Ministirri Ministeera Indaastirii Obbo Malaakuu Allebal Komishinara Komishiinii Daldalaa fi Indaastirii Gamtaa Afrikaa Albarti Muchaan waliin…