Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Caffeen muudama garaagaraa raggaasise
Finfinnee, Guraandhala 11, 2016 (FBC)- Caffeen Oromiyaa Yaa'ii Idilee 6ffaa Waggaa 3ffaa Bara Hojii Caffee 6ffaa guyyaa lammaffaasaa har’a taa’een, hooggantoota Manneen Hojii Caffeetti…
Ijaarsi Giddugala Dagaagina Ogummaa fi Haaromsa dubartootaa xumuramaa jira-Aadde Adaanech
Finfinnee, Guraandhala 11, 2016 (FBC)-Ijaarsi Giddugalaa Dagaagina Ogummaa fi Haaromsa dubartoota baatiiwwan kudhan dura eegalame xumurama jiraachuu Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa…
Caffeen Wixinee labsii Dhaabbilee hawaasa Siivilii Naannoo Oromiyaa bahe raggaase
Finfinnee, Guraandhala 11, 2016 (FBC) – Caffeen Oromiyaa Yaa'ii Idilee 6ffaa Waggaa 3ffaa Bara Hojii Caffee 6ffaa guyyaa lammaffaasaa har’as ta’uu itti fufeera.
Caffeen…
Yaa’ii dureewwaniin milkaa’inoonni hedduun galmaa’uu ibsame
Finfinnee, Guraandhala 10, 2016 (FBC) - Yaa'ii dureewwanii Gamtaa Afrikaa 37ffaan milkaa'inoonni hedduun galmaa'uu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa beeksise.
Yaa'icha ilaalchisee ibsa…
Dhimma waloo gabbifachaa waan addaan nu fageessurraa of eeguun barbaachisaadha – Pir.…
Finfinnee, Guraandhala 10, 2016 (FBC) - Jiruufi jireenya ummata fooyyessuuf ummanni naannoo Oromiyaa dhimmoota murteessoo ta’anirratti kutannoo qaban akka cimsan Pireezidaantiin Mootummaan…
Nageenya waaraa fiduufi sirna itti wareegamne ceesisuudhaaf hunduu hojii nageenyaa tumsuu qaba…
Finfinnee, Guraandhala 10, 2016 (FBC) - Sadarkaa Itti Aanaa Pireezidaantiitti Qindeessaan Kilaastara Bulchiinsa,Nageenyaafi Haqaa naannoo Oromiyaa Komishinar Kaffaaloo Tafarraan dhimma…
Dooktar Abiy Pireezidaantii Taanzaaniyaa fi kan Riippaablika Diimookiraatwaa Koongoo waliin…
Finfinnee, Guraandhala 10, 2016 (FBC) - Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Taanzaaniyaa Saamiyaa Suuluuhii fi kan Riippaablika Diimookiraatwaa Koongoo Filiiksii…
Dhimmi waliin gahiinsa Fayyaa Afrikaanotaa Xiyyeeffannoo barbaada – Komishinii To’annoo…
Finfinnee, Guraandhala 10, 2016 (FBC) - Dhimmi waliin gahiinsa Fayyaa Afrikaanotaa Xiyyeeffannoo kan barbaadu ta'uu Komishiniin To'annoo fi Ittisa Dhibee Afrikaa beeksise.
Hojiin Ittisa…
Dubartoota barsiisuun mirga isaanii kabachiisuun bilisummaan akka jiraatan qooda olaanaa qaba…
Finfinnee, Guraandhala 10, 2016 (FBC) - Yaa'iin Waliigalaa Dhaabbilee misoomaa Giiftiiwwan duree biyyoota Afrikaa 28ffaa gaggeeffamaa jira.
Yaa'ichi 'ishee barsiisaatii Afrikaa jijjiiraa'…
Itiyoophiyaa, Moorokoo fi Aljeeriyaan dameewwan garaagaarratti tumsaan hojjechuuf walii galan
Finfinnee, Guraandhala 10, 2016 (FBC) - Itiyoophiyaa, Moorokoo fi Aljeeriyaan dameewwan garaagaarratti tumsaan hojjechuuf walii galuu Ministeerri Dhimma Alaa beeksise.
Ministirri…