Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Aanaa Daallee Sadiitti balaa Tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 3 darbe
Finfinnee, Bitootessa 30, 2016 (FBC) – Godina Qellem Wallaggaa Aanaa Daallee Sadiitti Balaa Tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 3 yoo darbu, namoota 4 irraa miidhaa Cimaa fi 8 irra ammoo…
Daawwannaan Dooktar Abiy Ruwaandaatti taasisan hariiroo Itiyoophiyaan biyyattii waliin qabdu kan…
Finfinnee, Bitootessa 30, 2016 (FBC)- Daawwannaan Dooktar Abiy Ahimad Ruwaandaatti taasisan hariiroo Itioophiuaan biyyattii waliin qabdu daran kan cimsuu ta’uu Itti Gaafatamtuun Pirees…
Hiriirri Jijjiirama akka biyyaatti argame tumsu Aanaalee Godina Walloo Kibbaa, Kaabaa, Goondar…
Finfinnee, Bitootessa 30, 2016 (FBC) – Hiriirri Jijjiirama akka biyyaatti argame tumsu Aanaalee Godina Walloo Kibbaa, Kaabaa, Goondar Kaabaa fi Shawaa Kaabaatti gaggeeffameera.
Walloo…
Manni Marichaa ergaa baga geessanii dabarse
Finfinnee, Bitootessa 30, 2016 (FBC)- Manni Maree Dhimmoota Islaamummaa Oromiyaa Ayyaana Iid Alfaxir bara Hijraa 1445ffaa ilaalchisuun erga baga geessanii dabarseera.
Ji’i Ramadaanaa ji'a…
Agarsiisni “Start Up Ethiopia” baname
Finfinnee, Bitootessa 30, 2016 (FBC)- Agarsiisni "Start Up Ethiopia” dargaggoonni 900 ol irratti hirmataan Golambaa Saayinsiitti banameera.
Agarsiisa torbanoota sadiif turu kanarratti,…
Ayyaanichi balaa tokko malee nagaan akka kabajamuuf qophii taasisuu Koomiishinichi beeksise
Finfinnee, Bitootessa 30, 2016 (FBC)- Komishiniin Hoggansaa Sodaa Balaa fi Ibiddaa Magaalaa Finfinnee Ayyaanaa Iid Alfaxiir balaa tokko malee nagaan akka kabajamuuf qophii duraa barbachisaa…
Magaalota Naannoo Amaaraatti hiriirri deeggarsaa gaggeeffame
Finfinnee, Bitootessa 30, 2016 (FBC) – Hiriirri Jijjiirama akka biyyaalessaatti argame deeggaru Naannoo Amaaraa Magaaloota adda addaatti gaggeeffameera.
Hiriirri deeggarsaa kun Magaalaa…
Hiriirri deeggarsaa Magaalaa Hawaasaatti gaggeeffame
Finfinnee, Bitootessa 30, 2016 (FBC)- Hiriirri deeggarsaa Naannoo Sidaamaa Magaalaa Hawaasaatti gaggeeffame.
Hirmaattonni hiriirichaas ergaawwan “Badhaadhina biyya keenyaaf gamtaan…
Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa waggoota 78ffaa isaa ilaalchisuun gara Kaayirootti balalii addaa…
Finfinnee, Bitootessa 30, 2016 (FBC)-Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa imala milkaa’aa waggoota 78ffaa isaa ilaalchisuun gara Kaayirootti balalii addaa taasiseera.
Daandiin qilleensaa…
Dooktar Abiy daawwannaa Ruwaandaa xumuruun deebi’an
Finfinnee, Bitootessa 29, 2016 (FBC)-Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ruwaandaa Kiigaaliitti daawwannaa hojii taasisan xumuruun gara Itiyoophiyaatti deebi'aniiru.
Dooktar Abiy…